Ispoortii Ramaddiin Waancaa addunyaa Kuwaataar ifoome Sifen Megersa Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Ramaddiin tapha kubbaa miilaa Waancaa addunyaa Kuwaataar bara 2022 ifoomeera. Haaluma kanaan:- Kuwaataar, Neezarlaand, Seeneegaalii fi Ikkuwaadoor…
Oduu biyya keessaa Waqtii Ramadaanaan lammiilee waraanaa fi hongeen miidhaman yaadachuun barbaachisaadha-MM Abiy Ahimad Ayana Dheressa Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hawaasni musiliimaa waqtii sooma Ramadaanaa kanatti lammiilee sababa waraanaa fi hongeen miidhaman akka yaadatu…
Oduu biyya keessaa Soommanni Ramadaanaa 1443ffaan boru ni eegala Ayana Dheressa Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Soommanni Ramadaanaa 1443ffaan guyyaa boru Bitootessa 24, 2014 ni eegala. Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa ibsa Faanaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti tattaaffiin deeggarsa namoomaa dhiyeessuu fi nageenya mirkaneessuuf taasifamu kan… Ayana Dheressa Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti tattaaffiin deeggarsa namoomaa dhiyeessuu fi nageenya mirkaneessuuf taasifamu kan dinqisiifatamu ta’uu Gamtaa Awurooppaatti ergamtuun…
Oduu biyya keessaa Hoggansi uummata hunda walqixa tajaajiluun itti gaafatamummaa isaa ba’achuu qaba- Obbo Oodriin… Ayana Dheressa Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Hoggansi uummata hunda walqixa tajaajiluun itti gaafatamummaa isaa ba’achuu qaba jedhan preezdaantiin naannoo Hararii Obbo Oodriin Badriin.…
Teeknooloojii Barsiisaa Amaanu’el Baalchaa marsaa 2ffaaf yaalii balaliisa xiyyaaraa Buufata Xiyyaaraa Dambi… Obse Wakgari Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC)- Yuunvarsitii Dambi Dollootti Barsiisaan Amaanu’el Baalchaa marsaa 2ffaaf yaalii balaliisa xiyyaaraa buufata Xiyyaaraa Magaalaa Dambi Dollootti taasisee…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa ergaa baga ittiin isin ga’ee dabarse Sifen Megersa Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Manni Maree Waliigala Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa ergaa baga Sooma guddicha Ramadaanaa geessanii dabarseera. Preezdaantiin Mana…
Oduu biyya keessaa Deeggarsi namoomaa ariifachiisaan meetirik tooniin 500 naannoo Tigraayiin qaqqabe Obse Wakgari Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC)- Deeggarsi midhaan nyaata ariifachiisaan meetirik tooniin 500 naannoo Tigraayiin qaqqabuu Dhaabbanni Nyaata Addunyaa beeksiseera. Geejjiba…
Oduu biyya keessaa Biyyoota Baha Afrikaa gidduutti feestivaala aadaa gaggeessuuf bakka buutota Imbaasii waliin mariin… Ayana Dheressa Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Biyyoota Baha Afrikaa gidduutti feestivaala aadaa gaggeessuuf bakka buutota Imbaasii waliin mariin taasifameera. Qophii aadaa fi aartiin hariiroo…
Fayyaa Weerara Covid -19 to’achuu fi ittisuuf qajeelfamni fooyya’ee ba’e ifoome Sifen Megersa Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Ministeerri Fayyaa Weerara Covid -19 to’achuu fi ittisuuf qajeelfama fooyya’ee ba’e lakkoofsa 882/2014 ifoomeera. Weerara Covid -19 to’achuu…