Oduu biyya keessaa Lammiileen alaa warqee hatan to’ataman Ayana Dheressa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Lammiileen alaa warqee hatan to’atamuu Ministeerri Albuudaa beeksise. Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaa ibsa laataniin,…
Oduu biyya keessaa Weerara ABUT bane injifachuuf damee hundaan qindoominaan hojjetamuu qabna – Obbo Ahimad… Sifen Megersa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) –Amantaa fi gosaan osoo walin hin qoodin birmadummaa biyyaaf tokkummaan dhaabbachuun qabna jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad…
Idil Addunyaa Yeroon turtii aangoo mootummaa Sudaan Kibbaa waggoota 2’f dheereffame Ayana Dheressa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2014(FBC)- Yeroon turtii aangoo mootummaa Sudaan Kibbaa waggoottan ittaanan 2’f akka dheeratuuf murtaa’uu Komishiniin Hordoffiifi To’annoo Haaromsa Waloo biyyattii…
Oduu biyya keessaa Adoolaa Waayyuutti hiriirri deeggarsaa fi balaaleffannaa gaggeeffame Debela Tadesse Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC)– Hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi balaaleffannaa ABUT fi shanee Godina Gujii Magaalaa Adoolaa Waayyuutti gaggeefameera. Hiriirtonnis…
Idil Addunyaa Raashiyaan deeggartoota uggura Ameerikaatti boba’aa koo hinkennu jette Debela Tadesse Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC)– Raashiyaan biyyoota daangessa gatii boba’aa Ameerikaan dhiyaate deeggaraniif boba’aa ishee akka hindhiyeessineef beeksiste. Dhiyeenya marii ‘Gareewwan…
Oduu biyya keessaa Biirichi rifoormii sirna barnootaa haaraarratti marii gaggeessaa jira Ayana Dheressa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Biiroon Barnootaa Oromiyaa,riifoormii sirna barnootaa haaraa fi kallattii gara fulduraa irratti qooda fudhattoota waliin Magaalaa Adaamaatti mari’achaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti waggoottan arfan darban biqiltuuwwan biiliyoonni 13.6 dhaabbate Sifen Megersa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) –Oromiyaatti waggoottan arfan darban biqiltuuwwan biiliyoonni 13.6 dhaabbachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiise. Waggoottan 4'n darban sagantaa…
Oduu biyya keessaa USIAD Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa qaqqabsiisuuf murannoo qabaachuu beeksiise Sifen Megersa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa (USIAD) Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa qaqqabsiisuuf murannoo qabaachuu beeksiiseera. Ityoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Aadde Caaltuu Saaniin jila Baankii Addunyaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa jila Baankii Addunyaa waliin mari’achuu ibsame. Kaayyoon mariisaanii haala hojiileen bu’uuraalee…
Biiznasii Suuqiin gogaafi bu’aalee gogaa qaraxarraa bilisaa baname Ayana Dheressa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Suuqiin gurgurtaa gogaafi bu’aalee gogaa qaraxarraa bilisaa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti banamuu Ministeerri Indaastirii beeksise.…