Idil Addunyaa Raashiyaan hoggantoota Gamtaa Awurooppaarra qoqqobbii keesse Ayana Dheressa Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) –Hoggantoonni Gamtaa Awurooppaa gara Raashiyaa akka hin seenne dhorkamuu Ministeerri Dhimma Alaa Raashiyaa beeksise. Qoqqobbiin hoggantoota…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Nageenyaa Somaaliyaatti humni nagaa kabachiisaa haaraan akka bobba’u murteesse Sifen Megersa Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Somaaliyaatti humni nagaa kabachiisaa haaraan akka bobba'u murteesse. Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Manni Maree…
Oduu biyya keessaa Duulli aramaa bocee hara Dambal irraa qulqulleessuu itti fufee jira Obse Wakgari Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC)- Duulli Aramaa Bocee hara Dambal irraa qulqulleessuu itti fufee jira. Bulchiinsi Magaalaa Baatuu dhaabbilee mootummaa, miti mootummaa fi jiraattota…
Idil Addunyaa Manni Maree Nageenyaa Somaaliyaatti humni nagaa kabachiisaa haaraan akka bobba’u murteesse Sifen Megersa Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Somaaliyaatti humni nagaa kabachiisaa haaraan akka bobba'u murteesse. Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Manni Maree…
Idil Addunyaa Humna Eeggataa Gaanfa Afrikaa cimsuuf waamichi dhiyaate Ayana Dheressa Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Humni Eeggataa Gaanfa Afrikaa dandeettii nageenyaa naannawichaa madaalu qabaachuun akka irra jiraatu ibsame. Itaamaajoorshuumiin Humna Waraanaa…
Oduu biyya keessaa Simpooziyeemiin aadaa, seenaa fi afaan Silxee 15ffaan magaalaa Waraabeetti kabajamaa jira Obse Wakgari Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC)- Simpooziyeemiin aadaa, seenaa fi afaan Silxee 15ffaan magaalaa Waraabeetti kabajamaa jira. Simpooziyeemicha dabalate godinichatti gaaffii eenyummaa…
Oduu biyya keessaa Lammiilee mana hidhaa Jiddaa fi naannawaashee jiran deebisuun har’a eegale Sifen Megersa Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa mana hidhaa fi buufata turtii Jiddaa fi naannawaashee jiran gara biyyaatti deebisuun har’a eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Mareen biyyaalessaa kan milkaa’uu Ityoophiyaanoonni hundi abbummaan adeemsicha deeggaruu yoo… Ayana Dheressa Apr 1, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Mareen biyyaalessaa kan milkaa’uu Ityoophiyaanoonni hundi qajeeltoo sirrii fi abbummaan adeemsicha deeggaruu yoo danda’aniidha jedhan Muummeen…
Oduu biyya keessaa Kaabineen naannoo Somaalee lammiilee hongeen miidhamaniif kan oolu baajataa dabalataa Birrii… Sifen Megersa Mar 31, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Kaabineen naannoo Somaalee lammiilee hongeen miidhamaniif kan oolu baajataa dabalataa Birrii miiliyoona 70 raggaasiisuu Hogganaan Biiroo…
Oduu biyya keessaa Waldaan Kiristiyaanaa Beetel Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee waliin ta’uun lammiilee hongeen… Sifen Megersa Mar 31, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Waldaan Kiristiyaaaanaa Beetel Afaan Oromoo Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee waliin ta'uun lammiilee Godina Baalee Bahaa sababa hongeen miidhamaniif…