Ambaasaaddar Baacaan Waldaa Michoota Ityoo-Keeniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Waldaan Michootaa Ityoophiyaa-Keeniyaa, Keeniyaatti Ambaasaadaraa Ityoophiyaa Baacaa Dabalee waliin misoomaa fi nageenya naannawaarratti mari’ataniiru.…