Leenjiiwwan Humna Galaanarraa ammayyeessuuf kennaman cimee itti fufa jedhame
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Leenjiiwwan Humna Galaanarraa Ityoophiyaa ammayyeessuuf biyya keessaafi alaatti kennaman cimee kan itti fufu ta’uu Reer Admiiraal Kinduu Gazzuu ibsan.…