Ispoortii Ramaddiin tapha calallii Waancaa Afrikaa 2023 ifoome Ayana Dheressa Apr 20, 2022 0 Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Ramaddiin tapha calallii Waancaa Afrikaa bara 2023 guyyaa kaleessaa ifoomeera. Ityoophiyaan ramaddii D jalatti Gibtsi, Giinii fi Maalaawwii waliin…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti Qamadiin Jallisii Boneen faca’e Kombaayinaaraan sassabbamaa jira Sifen Megersa Apr 20, 2022 0 Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti Qamadiin lafa hektaara 400 irratti faca’ee ture kombaayinaraan deggaramuun sassaabamaa jiraachuu ibsame. Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Qopheessummaa Daandii Qilleensaa Ityoophiyaan sagantaan Afxiraa gaggeeffame Sifen Megersa Apr 19, 2022 0 Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) –Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun sagantaa Afxiraa gaggeesseera. Sooma Ramadaanaa akkuma waaqayyoon ajajuun tokkummaa fi…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Baabbilee Ulamaa’ota magaalichaa 200 oliif sagantaa Afxiraa qopheesse Sifen Megersa Apr 19, 2022 0 Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Baatii Ramadaanaa sababeeffachuun Ulamaa'ota 200 oliif bulchiinsi magaalichaa sagantaa afxiraa qopheessera. Ulamaa'ota kanneeniif sagantaa Afxiraa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Keeniyaan damee bobbii biyya alaarratti muuxannoo wal jijjiiruuf waliigalan Obse Wakgari Apr 19, 2022 0 Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Keeniyaan damee bobbii biyya alaarratti muuxannoo wal jijjiiruuf waliigalaniiru. Ministeera Kalaqaa fi Hojiitti Ministir deetaan damee…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaatti sagantaan Afxiraa gaggeeffame Obse Wakgari Apr 19, 2022 0 Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) –Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaatti hawaasa Musliimaaf sagantaan Afxiraa gaggeeffameera. Bulchiinsa magaalaa Diree Dawaatti sagaantaan Afxiraa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti ofiisaroonni seera kabachiisaan karaa seeraan alaa matta’aa fudhatan to’annaa… Obse Wakgari Apr 19, 2022 0 Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Gullallee aanaa 7tti ofiisaroonni seera kabachiisaan ijaarsa manaa sababeeffachuun karaa seeraan alaa wayita matta’aa…
Oduu biyya keessaa Biiroon Qonnaa Oromiyaa simbira girrisaa oomisha qamadii bonaa miidhu to’achuuf xiyyaara… Obse Wakgari Apr 19, 2022 0 Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Biiroon Qonnaa Oromiyaa simbira girrisaa oomisha qamadii bonaa miidhu to'achuuf, xiyyaara keemikaala biifu Afrikaa Bahaatti, Dhaabbata To'annoo Awwaannisa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Daallee Sadiitti hordoftoota amantaa Islaamaa sooma Ramadaanaarra jiraniif sagantaan afxiiraa… Obse Wakgari Apr 19, 2022 0 Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Godina Qellem Wallaggaa aanaa Daallee Sadiitti hordoftoonni amantii kiristaanaa garagaraarraa walitti dhufan, hordoftoota amantaa Islaamaa sooma…
Idil Addunyaa Raashiyaan dippiloomaatota Neezralaandii fi Beeljiyeem ariite Obse Wakgari Apr 19, 2022 0 Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Raashiyaan dippiloomaatota Neezralaandii 15 fi Beeljiyeem lakkoofsi isaanii hin beekamne ariite. Dippiloomaatonni kunneen guyyoota lama keessaatti…