Oduu biyya keessaa Leetenaal Jeneraal Birhaanuu Baqqalaan Somaaliilaandi galan Debela Tadesse Aug 3, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Leetenaal Jeneraal Birhaanuu Baqqalaan Ministeeraa Ittisa Biyyaa bakka bu’uun dhimma nageenyaa fi tasgabbii naannawaa irraatti mari’achuuf…
Fayyaa Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa ‘CDC’ Chaayinaa waliin hojjechuuf waliigaltee… Debela Tadesse Aug 3, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa fi Giddugalli Ittisaa Dhibeeewwanii Chaayinaa (CDC) walta’iinsa isaanii cimsuun sirna ittisaa fi to’annoo…
Oduu biyya keessaa Namoonni yakka hannaa fi malaammaltummaan raawwan 19 Adabbii cimaan adabaman Sifen Megersa Aug 3, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Oromiyaatti namoonni sarara daddabarsa Humna Elektirikaa hatanii fi yakka hannaa biroo raawwatan 19 Adabbii cimaan adabamuu ibsame.…
Biiznasii Oodiitii Taaksiiin Birrii biiliyoona 52.34 hannarraa baraaruun danda’ame Sifen Megersa Aug 3, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Bara baajataa xumurame Oodiitii Taaksiin Birrii biiliyoona 52.34 hannarraa baraaruun danda’amuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Biqiltuuwwan dhaabaman gamtaan kunuunsuun Ityoophiyaa mijattuu ijaaruun barbaachisaadha-Dooktar… Debela Tadesse Aug 3, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Sagantaa ashaaraa magariisaa eegalame galmaan ga’uuf biqiltuuwwan dhaabaman gamtaan kunuunsuun Ityoophiyaa mijattuu ijaaruun barbaachisaa ta’uu…
Idil Addunyaa Dooniin jalqabaa Midhaan Yuukreen feete Buufata Turkii geesse Sifen Megersa Aug 3, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Erga waraanni Raashiyaa fi Yuukreen eegalamee Dooniin jalqabaa midhaan nyaataa Yuukreen feete Buufata Turkii ga’uu ishee ibsame.…
Teeknooloojii Ityoo Teelekoom Shaashamanneetti mana kitaabaa dijitaalaa Birrii kuma 690 ijaaree hojii jalqabsiise Debela Tadesse Aug 3, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Itiyoo Teelekoom Magaalaa Shaashamannee mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Shaashamanneetti mana kitaabaa dijitaalaa Birrii kuma 690 ijaare hojii…
Oduu biyya keessaa Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan guyyaa hundeeffama Raayyaa Ittisaa Chaayinaa sababeeffachuun erga… Sifen Megersa Aug 3, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyatti Ittisaa Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan guyyaa hundeeffama Raayyaa Ittisaa Chaayinaa waggaa…
Ispoortii Atleetoonni Ityoophiyaa fiigicha gulaallii fi xumuraa har’a gaggeeffamurratti ni eegamu Sifen Megersa Aug 3, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Atleetoonni Ityoophiyaa fiigicha gulaallii fi xumuraa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii har'a Kolombiyaa Kaaliitti…
Oduu biyya keessaa Sadarkaa biyyaalessaatti lafa qonnaa Arfaasaan misoomsuuf karoorfame keessaa hektaarri miiliyoonni 8… Ayana Dheressa Aug 2, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Sadarkaa biyyaalessaatti lafa qonna Arfaasaan misoomsuuf karoorfame hektaaraa miiliyoona 13.4 keessaa hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 8…