Oduu biyya keessaa Lammiileen 702 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Obse Wakgari Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Guyyaa har’aa balallii marsaa lamaan lammiileen 702 Saa'ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi'aniiru. Balallii marsaa jalqabaatiin lammiileen 348, marsaa…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Ahimad Shiideen durfamu Ameerikaa Waashingitan DC galeera Sifen Megersa Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu Ameerikaa Waashingitan DC galeera. Jilli kun walga’ii waggaa Baankii…
Fayyaa Rakkoolee damee fayyaarratti mul’atan sirreeffamu akka qaban Koreen Dhaabbii ibse Obse Wakgari Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Rakkoolee damee fayyaarratti mul’atan sirreeffamu akka qaban Koreen Dhaabbii ibseera. Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti, Koreen Dhaabbii Fayyaa,…
Idil Addunyaa Turki Iraaqitti duula waraanaa eegaluu gabaafame Ayana Dheressa Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Turki Iraaqitti duula waraanaa eegaluu Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa biyyattii beeksise. Ministeerichi ibsa guyyaa har’aa baaseen duula waraanaa…
Oduu biyya keessaa Nageenya mirkaneessuuf hirmaannaan ummataa murteessadha – Dooktar Qana’aa Yaadataa Sifen Megersa Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Nageenya waaraan mirkaneessuuf hirmaannaan ummataa murteessaa ta’uu Hogganaan Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa Magaalaa Finfinnee Dooktar…
Oduu biyya keessaa Daawwannaan imaammataa fi tarsiimoo hunda galeessa diinagdee addaa Ityoophiyaan qopheessituuf … Ayana Dheressa Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Daawwannaan imaammataa fi tarsiimoo diinagdee addaa Ityoophiyaan qopheessituuf galtee ta’u Turkitti taasifamuu ibsame. Jilli miseensota Komishinii…
Oduu biyya keessaa Horsiisee bultoota aanaa Madda Walaabuutiif deeggarsi marga loonii hidhaan kumni 2 taasifame Ayana Dheressa Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Proojektiin "Africa Rising" horsiisee bultoota Aanaa Madda Walaabuutiif deeggarsa marga loonii hidhaa kuma 2 taasiseera. Proojektichatti qindeessaan…
Oduu biyya keessaa Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa yuunvarsiitiiwwanii fi kolleejjota waliin… Ayana Dheressa Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa yuunvarsiitiiwwanii fi kolleejjota waliin mari'ataa jiraachuu ibsame. Biirichi dandeettii carraa hojii…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti balaa tiraafikaa qaqqaabeen lubbuun nama 1 yoo darbu, namoota 41 irra miidhaan… Obse Wakgari Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Godina Booranaatti konkolaataa deddeebisa uummataarratti balaa tiraafikaa qaqqaabeen lubbuun nama 1 yoo darbu, namoota 41 irra miidhaan qaama ga’eera.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Mattuutti namoota harka qalleeyii waliin sagantaan Ifxaaraa gaggeeffame Sifen Megersa Apr 17, 2022 0 Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Hawaasni Muslimaa Bulchinsa Magaalaa Mattuu sooma Ramadaanaa sababeefachuun namoota harka qalleeyii waliin sagantaa Ifxaaraa gaggeessaniiru. Hordoftoonni…