Manni maree naannichaa baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 6.7 ol raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuz baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 6 fi miiliyoona 710 fi 502 raggaasiseera.
Hogganaan Biiroo Maallaqaa fi…