Ispoortii Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Finfinnee gale Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaan injifannoo boonsaa galmeesse Finfinnee galeera. Jilichi wayita Buufata…
Ispoortii Boru Jila Atleetiksii Ityoophiyaaf simannaan gootaa ni taasiifama Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) - Mootummaan Ityoophiyaa Boru jila Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa injifannoon golobeef simannaa gootaa kan taasiisu ta'uu…
Oduu biyya keessaa Kaabineen magaalichaa jila Atleetiksii Ityoophiyaaf kennaan garaagaraa akka laatamu murteesse Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) - Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee jila Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaan injifannoo boonsaa galmeesseef kennaan…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 52 Saa’uud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 52 guyyaa har'aa gara biyyaa deebi'aniiru. Deebitoota keessaa 850…
Oduu biyya keessaa Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa galgala kana Finfinnee ni gala Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaarratti 18ffaarratti hirmaachuun injifannoon golobe galgala kana Finfinnee ni…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa manneen amantaa hundatti sagantaan galateeffannaa… Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa ergaa galateeffannaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad dhiyeessan hordofee manneen amantaa…
Oduu biyya keessaa Seergee Laavroov daawwannaa Ityoophiyaa xumuruun gara biyya isaaniitti deebia’an Debela Tadesse Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Raashiyaa Seergee Laavroov daawwannaa isaanii Ityoophiyaa xumuruun gara biyya isaaniitti deebi’aniiru. Laavroov kaleessa gara…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi sirna haaraa raawwii hojii abbootii alangaa madaalu qoratee hojiirra oolche Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Ministeerri Haqaa sirna haaraa raawwii hojii abbootii alangaa madaalu qoratee hojiirra oolchuu beeksiseera. Hojjettoota gidduutti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis injifannoo jilli Atleetiksii Ityoophiyaa galmeessise ilaalchisee ergaa baga… Sifen Megersa Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Bulchiinsa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan injifannoo Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa18ffaa irratti…
Idil Addunyaa Biyyoonni Gamtaa Awurooppaa itti fayyadama gaazii hir’isuuf waliigalan Debela Tadesse Jul 27, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Ministiroonni Inarjii biyyoota Gamtaa Awurooppaa kaleessaa Biraasalsitti walga’ii gaggeessaniin itti fayyadama boba’aa gaazii %15 hir’isuuf…