Teeknooloojii Iraan Rookkeetti gara hawwaatti furguggifte Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)-Iraan Rookkeetti Simooriig ykn Rooniiks jedhamu gara hawwaatti furguggiisuu beeksisteetti. Iraan bara Faranjoota 2015 waliigaltee Niwuukilaaraa irra…
Oduu biyya keessaa Koreen Dhaabbii Caffee Oromiyaa hojiiwwan misoomaa fi proojektoota Aanaa Barrakii fi Aqaaqii… Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Koreen Dhaabbii Caffee Oromiyaa Godina Adda Oromiyaa Naawwanaa Finfinneetti hojiiwwan misoomaa fi proojektoota Aanaa Barrakii fi Aqaaqii hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Ambaasaaddara Niijer gaggeessan Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Niijer gaggeessaniiru. Niijer waggoottaan lamaan darban Mana Maree Nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni tola oolaa Xaaliyaan lammiilee godina Gujii Lixaatti hongeen miidhamaniif boqqolloo… Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Dhaabbanni tola oolaa Xaaliyaan lammiilee godina Gujii Lixaatti hongeen miidhamaniif boqqolloo Kuntaala kuma 7 fi 500 taasisuu Waajjirri hoggansa sodaa…
Idil Addunyaa Ministirri Alaa Chaayinaa imala Bara haaraa isaaniin biyyoota afrikaa daawwatu Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa imala Bara haaraa isaaniin biyyoota Afrikaa kan daawwatan ta’uu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma…
Oduu biyya keessaa Baajanni dabalataa Birriin biiliyoonni 122 qopha’e Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Baajanni dabalataa Birriin biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 22 qopha’uu Ministeerri Maallaqaa Beeksiseera. Ministeerri Maallaqaa baajata dabalataa…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa Giddugala Aadaa Shanan Gibeetiif deeggarsi Birrii miiliyoona 12.5 taasifame Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa, yuuniyeeniiwwanii fi waldaaleen qonna maraa akkasumas daldaltootni Godina Jimmaa dhimma ijaarsa giddu gala aadaa Shanan Gibee irratti…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Magaalaa Finfinnee injifannoo duula birmadummaa fi rakkoolee waraana boodarratti… Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Magaalaa Finfinnee injifannoo duula birmadummaa biyyaa kabachiisuuf gaggeeffameen argamee fi rakkoolee waraana booda muudachuu danda’u haala…
Biiznasii Warshaan Zayitaa Avookaadoo 2ffaan hojii eegale Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Warshaan Zayitaa Avookaadoo 2ffaan hojii eegaluu ibsameera. Warshaan Zayitaa Avookaataa Birrii miiliyoona 104 Paarkii Indaastirii qindeessaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Bulee Horaatti manni murtii aadaa hundeeffame Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Godina Gujii Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Bulee Horaatti Manni Murtii aadaa hundeeffameera. Hundeeffama Mana Murtii aadaa kanarratti Preezdaantiin Mana…