Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Asoosaa kabajame Sifen Megersa Oct 30, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Ayyaanni Irreechaa Naannoo Beenishaangul Gumuz Hora Asoosaatti kabajameera. Ayyaanichi karaa duudhaasaa eegeen kabajamuu ragaan Biiroo…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin Shaggar Boqonnaa 2ffaan har’a cidha Misirroowwan cimdii 50n ni eebbifama Sifen Megersa Oct 30, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Piroojektiin Shaggar Boqonnaa 2ffaan har'a cidha Misirroowwan cimdii 50n kan eebbifamu ta'uu ibsameera. Piroojektiin Shaggar Boqonnaa 2ffaan…
Ispoortii Waldorgommii 2015 tti kilaboonni 93 sadarkaa naannoo Oromiyaatti waliin morkatu Sifen Megersa Oct 29, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015 (FBC) – Yaa'iin Kilaboota kubbaa miilaa Oromiyaa Magaala Bishooftuutti taa'ameera. Yaa'ii kilaboota kubbaa miilaa Oromiyaa bara 2015 magaaalaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Ityoophiyaa qulqullina oomishaa fi Tajaajilaaf xiyyeeffannoo addaa kennuu qabu –… Sifen Megersa Oct 29, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015 (FBC) – Dhaabbileen Ityoophiyaa guddina biyyaa fi dorgommii idil-addunyaatiif ga’umsa horachuuf qulqullinaaf xiyyeeffannoo addaa kennuu qabu jedhan…
Oduu biyya keessaa Sifen Megersa Oct 29, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015 (FBC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa sirna wixinee ajandaa walitti qabuu irratti naannolee ollaa Bahaa fi qooda fudhattoota waliin magaalaa Jigjigaatti…
Oduu biyya keessaa Piroojektii Bishaan dhugaatii Toogoo Caalee baasii Birrii miiliyoona 500 ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa… Ayana Dheressa Oct 29, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)- Pireezidaantii naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Piroojektii Bishaan dhugaatii Toogoo Caalee baasii Birrii miiliyoona 500 ijaaramuuf dhagaan…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad godina Shawaa Bahaatti qonnaan bultoota qamadii jallisii bonee facaasaa jiran… Ayana Dheressa Oct 29, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad godina Shawaa Bahaa aanaa Luumeetti qonnaan bultoota qamadii jallisii bonee facaasaa jiran daawwataniiru.…
Biiznasii Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 195 olitti shallagaman to’ataman Ayana Dheressa Oct 29, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)- Hordoffii Komishiniin Gumruukaa Onkololeessa 11-17, 2015tti taasiseen meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 95 olitti…
Oduu biyya keessaa Indaastiriiwwan Qonnaa badhaadhina biyyaaf ga’ee olaanaa qabu- Ministeera Indaastirii Ayana Dheressa Oct 29, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)- Indaastiriiwwan Qonnaa badhaadhina biyyaaf ga’ee olaanaa qabaachuu Ministeerri Indaastirii ibse. Magaalaa Hawaasaatti sagantaan Paarkii Qindaa’aa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad godina Shawaa Bahaatti oomisha qamadii kilaastaraa daawwatan Ayana Dheressa Oct 29, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad godina Shawaa Bahaa aanaalee Dudgaafi Booraatti oomisha qamadii kilaastaraan misoomee walitti qabamaa jiru…