Oduu biyya keessaa Manni Marichaa labsii yeroo ariifachiisaa kaase Sifen Megersa Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga'ii ariifachiisaa har’a gaggeesseen labsii yeroo ariifachiisaa kaaseera. Manni Maree Bakka Bu’oota…
Ispoortii Taphoonni Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan har’aa eegaluun ni taphatama Sifen Megersa Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Taphoonni Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan har’aa eegaluun kan taphatamuu ta’uu ibsameera. Sangantaan torbee…
Oduu biyya keessaa Naannoon Somaalee humnoota nageenya booressuuf socho’aaniif kan hin obsine ta’uu beeksise Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Naannoon Somaalee humnoota nageenya booressuuf naannichaa keessaa socho’aaniif kan hin obsinee fi taarkaanfii seeraa qabeessa akka fudhatuu…
Oduu biyya keessaa Oomisha bara 2015f kan oolu xaa’oo biyyoo galchuun eegalame Sifen Megersa Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Oomisha bara 2015f kan oolu xaa’oo biyyoo Meetirik Toonii kuma 60 alaa galchuun eegalamuu Ministeerri Qonnaa beeksiise. Bara oomishaa 2015f…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti muduraalee sanyii filatamaa gabaa alaaf dhiyeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu… Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti muduraalee sanyii filatamaa gabaa alaaf dhiyeessuun sharafaa alaa argamsiisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biiroo Qonnaa…
Fayyaa Lammiilee waraanaan miidhamaniif deeggarsi xiinsammuu taasifamu cimee kan itti fufu ta’uu ibsame Ayana Dheressa Feb 14, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Lammiilee waraanaan miidhamaniif deeggarsi xiinsammuu taasifamaa jiru cimee kan itti fufu ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise. Gareen shororkeessaa…
Oduu biyya keessaa Godinichatti hawaasni Gumuz kumni 10 sababa rakkoo nageenyaan qe’eesaaniirraa baqatanii turan… Ayana Dheressa Feb 14, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Naannoo Beenishaangul Gumuz godina Matakkalitti hawaasni Gumuz kumni 10 sababa rakkoo nageenyaan qe’eesaaniirraa baqatanii turan gara qe’ee isaaniitti…
Oduu biyya keessaa Hongee godinichatti mudateen walqabatee qaamoleen garaagaraa deeggarsa akka taasisan jiraattonni… Ayana Dheressa Feb 14, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Hongee godina Booranaatti mudateen walqabatee qaamoleen garaagaraa deeggarsa taasisaa turanis miidhaa qaqqabsiiseen walbira qabamee yoo ilaalame ga’aa…
Fayyaa Duulli Talaallii Vaayrasii Koroonaa biyyaalessaa marsaa 2ffaan eegalamuu ibsame Ayana Dheressa Feb 14, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Duulli Talaallii Vaayrasii Koroonaa biyyaalessaa marsaa 2ffaan guyyaa har’aa irraa eegalee torbanoota lamaaf kan gaggeeffamu ta’uu Ministirri…
Biiznasii Ministeerichi baatiiwwan 7 darbanitti Birrii biiliyoona 196.7 walitti qabuu beeksise Ayana Dheressa Feb 14, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC)– Ministeerri galiiwwanii baatiiwwan 7 darbanitti Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 96 fi miiliyoona dhibba 7 walitti qabuu beeksise Galichi…