Ispoortii Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 18ffaan boruu jalqaba Debela Tadesse Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Ameerikaa Oreegoonitti kan gaggeeffamuu Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 18ffaan boruu jalqaba. Dorgommicha, Ityoophiyaan dhiiraa 21 fi…
Biiznasii Gurgurtaa anniisaa fi kiraa faayibar optiksiirraa galii Birriin biiliyoonni 15 ol walitti qabamuu… Ayana Dheressa Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC)- Bara baajataa 2014tti gurgurtaa anniisaa fi kiraa faayibar optiksiirraa galii Birriin biiliyoonni 15.79 walitti qabamuu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebeen gamoowwan kutaa magaalaa Qirqoositti ijaaraman namoota harka qalleeyyiif… Ayana Dheressa Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen gamoowwan namoota harka qalleeyyiif kutaa magaalaa Qirqoos aanaa 8 itti ijaaraman namoota harka…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Dirree Dhawaa Birrii biiliyoona 2.1 ol walitti qabuu beeksise Debela Tadesse Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Bara Baajataa 2014tti Galiin Birrii Biiliyoona 2.1 ol Walitti qabamuu Biiiroon Bulchiinsa Dirree Dhawaa Beeksisee. Hogganaan Biirichaa Obbo Abdusalaam…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfii garee shaneerratti fudhatameen garecha dadhabsiisuun danda’ameera-TKM Debela Tadesse Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Tarkaanfii garee shororkeessaa shaneerratti fudhatameen garecha dadhabsiisuun akka danda’ame Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Deetaan…
Fayyaa Ministeerichi sagantaalee fooyyessa tajaajila fayyaa 28 bocuun hojiirra oolchuu ibse Ayana Dheressa Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC)- Ministeerri Fayyaa sagantaalee fooyyessa tajaajila fayyaa 28 bocuun hojiirra oolchuu ibse. Ministeerichi raawwii karoora hojii bara 2014 hospitaalota…
Teeknooloojii Ityoophiyaatti lammii ogummaa teeknooloojii diijitaalaa qabu uumuuf hojjetamaa jira jedhame Ayana Dheressa Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti lammii Ogummaa teeknooloojii diijitaalaa qabuu fi dorgomaa ta’e uumuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshiniifi Teeknooloojii…
Oduu biyya keessaa Biyyoota Afrika garaagaraatti lammileen haala rakkisaa keessa jiran kuma 12 ol Ityoophiyaatti… Debela Tadesse Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Biyyoota Afrika Giddugaleessaa fi Bahaatti haala rakkisaa keessa kan jiran lammileen kuma 12 ol gara Ityoophiyaatti deebifamuuf ta’uu Ministeerri Dhimma…
Idil Addunyaa Yuukreen irraa haala itti midhaan nyaataa gabaa addunyaaf dhiyeessuun danda’amurratti waliigalame Ayana Dheressa Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC)- Aanga’oonni Raashiyaa, Yuukreen,Turkii fi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Yuukreen irraa haala itti midhaan nyaataa gama Galaana Gurraachaan gabaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Federeeshinii walga’ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa gaggeessaa jira Debela Tadesse Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeshinii walga’ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa guyya har’aa galma mana marichaatti gaggeessuu eegaleera. Manni marichaas halleellaa…