Oduu biyya keessaa Paarkiin Afrikaa eebbifame Sifen Megersa Jan 1, 2022 0 Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti Paarkiin Afrikaa eebbifameera. Suphaan Paarkoota Afrikaa Ityoophiyaa fi Finfinnee xumuramuun tajaajila laachuu eegalaniiru.…
Biiznasii Baankiin Hijiraa damee 17ffaa isaa maqaa Haaji Hasan Gammadaatiin moggaase Abboostootti hojii… Sifen Megersa Jan 1, 2022 0 Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Baankiin Hijiraa damee 17ffaa magaalaa Shaashamannee maqaa Haaji Hasan Gammadaatiin moggaase Abboostootti hojii eegalchiise. Sirna baniinsaa kanarratti…
Oduu biyya keessaa Barattoonni sababa rakkoo nageenyaan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa hin fudhanne Amajjii 24… Sifen Megersa Jan 1, 2022 0 Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Barattoonni sababa rakkoo nageenyaan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2013 hin fudhanne Amajjii 24 - 27, 2014 kan fudhatan ta'uuTajaajilli Madaallii…
Oduu biyya keessaa Korichi Godina Arsii Lixaa aanaa Gadab Hasaasaatti jiraattota magaalaa Hasaasaa waliin mari’ate Sifen Megersa Jan 1, 2022 0 Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Gaaffileen misoomaa hawaasaa bubbulaniif fala hin argatin hatattamaan deebii itti kennuuf hojjachuun barbaachisaa ta'uu Caffee Oromiyaatti Koreen Dhaabbii…
Oduu biyya keessaa Hoggansi olaanaan injifannoo argameen osoo hin booniin qormaata yeroo itti aanu muudachuu… Sifen Megersa Jan 1, 2022 0 Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Hoggansi olaanaan injifannoo argameen osoo hin booniin qormaata yeroo itti aanu muudachuu danda'uuf haalan qophaa'uu…
Oduu biyya keessaa Godinichatti lafti hektaarrikumni 52 fi 900 ol oomisha qamadii kilaastaraatiin uwwifame Sifen Megersa Jan 1, 2022 0 Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Godina Jimmaatti lafti hektaarri kumni 52 fi 900 ol oomisha qamadii kilaastaraatiin uwwifamuu ibsameera. Godinnicha lafti hektaarri kumni 46 ol jallisii…
Oduu biyya keessaa Koreen Dhaabbichaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti hojii Misooma jallisii bonee… Sifen Megersa Jan 1, 2022 0 Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Koreen Dhaabbii Misooma Baadiyyaa Caffee Oromiyaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti hojii Misooma jallisii bonee daawwateera. Waggatti al lamaa…
Idil Addunyaa Barri haaraan bara waa’ee meeshaa waraanaa Niiwukileerii fi Ameerikaa haasoofnu osoo hin taane… Sifen Megersa Jan 1, 2022 0 Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Barri haaraan bara waa'ee meeshaa waraanaa Niiwukileerii fi Ameerikaa haasoofnu osoo hin taane kan waa'ee warshaa Tiraakteraa fi yuunifoormii barattootaa…
Oduu biyya keessaa Sirni Awwaalchaa qabsaa’aa sirna Appaartaayidii Deezmoondi Tuuttuu raawwate Sifen Megersa Jan 1, 2022 0 Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Sirni Awwaalchaa qabsaa'aa sirna Appaartaayidii fi Phaaphaasii Afrikaa Kibbaa Deezmoondi Tuuttuu raawwateera. Sirni awwaalchichaa sirna amantaa eeguun…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Sidaamaa Muudamoota garaagaraa raggaasise Sifen Megersa Jan 1, 2022 0 Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Manni Maree Naannoo Sidaamaa Muudamoota garaagaraa Preezdaantii naannichaa obbo Dassitaa Leeddaamoon dhiyaatan raggaasiseera. 1, Aadde Immabeet Isaayaas…