Baankotatti hammi Qusannoo Herreega Maamiltootaa Birrii Tiriiliiyoona 1.6 ga’uu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Baankotatti hammi Qusannoo Herreega Maamiltootaa Birrii Tiriiliiyoona 1.6 ga’uu Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksiise.…