Magaalaa Galaanitti Proojektoonni adda addaa Birrii miiliyoona 613 oliin hojjetamaa jiru
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Bulchiinsa Magaalaa Galaaniitti proojektoonni garaagaraa haaraa fi buleeyyiin 53 Birrii miliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 13 oliin hojjetamaa jiraachuu…