Ityoophiyaan biyyoota Afrikaa keessaa wabii midhaan nyaataan of danda’uuf biyya tarkaanfii bal’aa…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan biyyoota Afrikaa keessaa wabii midhaan nyaataan of danda’uuf biyya tarkaanfii bal’aa fudhatte ta’uu Baankiin Misooma Afrikaa ibse.…