Yaa’iin idilee Mana Maree naannoo Sidaamaa har’a eegala
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Yaa’iin idilee marsaa 6ffaa bara hojii 1ffaa mana maree naannoo Sidaamaa har’a eegala.
Yaa’ichi guyyoota sadiif kan gaggeeffamu ta’uu Af Yaa’iin mana…