Fayyaa Hospitaalichi Tajaajila Qorannoo Maaykiroobaayooloojii eegale Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Hospitaalli Hunda galeessi Ispeeshaalaayizdii Hiwoot Faanaa Yuunvarsiitii Haramaayaa Tajaajila Qorannoo Maaykiroobaayooloojii eegaluu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Loltoota ABUT madaa’uun Hospitaala ofii barbadeessanitti yaallaman Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Hidhattoonni Garee ABUT waraana Arbiititti gaggeeffameen miidhaman Hospitaala Nifaas Mawucaa dura ofiin barbadeessanitti yaallamaniiru. Humni…
Oduu biyya keessaa Yakka gareen shororkeessaa ABUT raawwate qulqulleessuuf gareen qorannoo 11 bobba’uu ibsameera Sifen Megersa Dec 21, 2021 0 Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) - Yakka gareen shororkeessaa ABUT Naannoo Amaaraa fi Afaariitti raawwate qulqulleessuuf gareen qorannoo 11 bobba'uu Komishiniin Poolisii Federaalaa…
Oduu biyya keessaa Godina Buunnoo Baddalleetti hojiin misooma sululaa eegalame Sifen Megersa Dec 21, 2021 0 Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) - Hojiin misooma sululaa bara kanaa aanaalee godina Buunnoo Baddallee 9 keessatti eegalamuu waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksiise. Akka Godinichaatti…
Oduu biyya keessaa Saganta tajaajila lammummaatin manneen barnoota Bu’uura Boruu ijaaruuf cimne hojjechaa… Obse Wakgari Dec 21, 2021 0 Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Prezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa saganta tajaajila lammummaatin manneen barnoota oolmaa daa’immaanii Bu’uura Boruu ijaaruuf…
Oduu biyya keessaa Abbaan qabeenya obbo Sayiid Daamxoo Ilma ajajaa dhibbaa Geetaachoo Morodaa Biiniyaamiif Birrii kuma… Obse Wakgari Dec 21, 2021 0 Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Abbaan Qabeenyaa Obbo Sayiid Daamxoo Ilma ajajaa dhibbaa Geetaachoo Morodaa Biiniyaam Geetaachoo (Abbaa Biyyaatiif) Birrii kuma 500 gumaachuun, akka seera…
Oduu biyya keessaa Kutaan Magaalaa Boolee jiraattoota Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3… Obse Wakgari Dec 21, 2021 0 Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaan Magaalaa Boolee lammiilee godina Booranaa sababa jijjiirama qilleensaan hongeen saaxilamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3 oltti…
Oduu biyya keessaa Murtoon Mana Maree Mirgoota Namoomaa DhMG Ityoophiyaatti hojiirra hin ooluu-Ambaasaaddar Reedwaan Obse Wakgari Dec 21, 2021 0 Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Ministirri deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen ambaasaaddarootaa fi dippiloomaatoota Awurooppaa, Ameerikaa, Isiiyaa fi biyyoota…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti lammiileen biyya alaa noottii sobaa maxxansaa turan 2 to’annaa jala oolaan Obse Wakgari Dec 21, 2021 0 Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee aanaa 3 iddoo addaa Idinaamoo jedhamuutti lammiileen biyya alaa noottii sobaa maxxansuu fi dhiqsiisaa turan 2…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa yaada hawaasicha dhaggeeffachuuf qophiidha – Obbo Taaggasaa… Obse Wakgari Dec 21, 2021 0 Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa yaada hawaasicha dhaggeeffachuuf qophii ta’uu Af-Yaa’iin Mana Marichaa Obbo Taaggasaa Caafoon himaniiru. Labsii…