Waajabila Faanaa Bulchiinsi magaalichaa halluu Gamoowwanii ilaalchisee ibsa laate Sifen Megersa May 21, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee halluu Gamoowwanii ilaalchisee ibsa laateera. Bulchiinsi magaalichaa Finfinneen akka maqaa ishee…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse Sifen Megersa May 21, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 8ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarseera. Manni marichaa labsii…
Biiznasii Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 116tti tilmaamamu to’atame Sifen Megersa May 21, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 16tti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumurukaa beeksiise. Torbee darbe…
Fayyaa Dhibeen Maariyyee jedhamu Jaldeessarraa namatti darbu biyyoota Awurooppatti babal’achaa dhufuu… Sifen Megersa May 21, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Dhibeen Maariyyee jedhamu Jaldeessarraa namatti darbu biyyoota Awurooppatti babal’achaa dhufuu Dhabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiise. Hanga…
Idil Addunyaa Baankiin Misooma Afrikaa hanqina midhaan nyaataa ittisuuf kan oolu Doolaara biiliyoona 1.5… Sifen Megersa May 21, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) - Baankiin Misooma Afrikaa hanqina midhaan nyaataa ittisuuf kan oolu Doolaara biiliyoona 1.5 raggaasiseera. Hanqina dhiyeessii sababa waraana…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad eebbifamtoonni koollejjii Waraanaa Raayyaa Ittisaa itti fufiinsaan beekumsa… Sifen Megersa May 21, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad eebbifamtoota koollejjii waraanaa Raayyaa ittisaa marsaa jalqabaa eebbisiisaniiru. Muummeen Ministiraa FDRI…
Idil Addunyaa Raashiyaan magaalaa Yukreen Maaripool jedhamtu guutummaatti to’atte Sifen Megersa May 21, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) –Loltoonni Raashiyaa magaalaa buufata doonii Yukreen Maaripol jedhamtu guutummaatti to’achuu Ministeerri Raayyaa Ittisaa Raashiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii biyyaalessaa ‘Waa’ee Ityoophiyaa’ jedhu Dirree Dawaatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa May 21, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Waltajjiin marii biyyaalessaa 2ffaan ‘Waa’ee Ityoophiyaa’ jedhu Dirree Dawaatti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera. Waltajjii kanarratti…
Oduu biyya keessaa Qabeenya Misooma Beeylada guddisuuf xiyyeeffannaan hojjatama jira – Biiroo Qonnaa Oromiyaa Sifen Megersa May 21, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Qabeenya Misooma Beeylada guddisuuf xiyyeeffannaan hojjatama jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiise. Workishooppiin sosochii tarkaanfii…
Ispoortii Ityoophiyaa 0 – 1 Naayijeeriyaa Sifen Megersa May 20, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Naayijeeriyaan injifatameera. Tapha gulaallii waancaa Addunyaa…