Dooktar Abiy Ahimad Ajajaa Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Ugaandaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ajajaa waliigalaa Raayyaa Ittisaa Ummata Ugaandaa Jeneraal Muheezii Kaayineeruugbaa waliin mari’ataniiru.…