Ispoortii Tootenhaam 3 – 4 Cheelsii Sifen Megersa Dec 8, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandiin torbee 15ffaa halkan kana taphatameen Cheelsiin Tootenhaam injifachuun morkii isaa cimsate. Cheelsiin galchii 4…
Oduu biyya keessaa Finfinnee naannawaa tokko tokkotti sagaleen dhukaasaa dhagahamaa jiru kan miseensota WBO waamicha… Sifen Megersa Dec 8, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC) –Finfinnee naannawaa tokko tokkotti sagaleen dhukaasaa dhagahamaa jiru kan miseensota WBO waamicha nageenyaa fudhachuun gara haaromsaa imalaa jiranii ta'uu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Paarkii Biyyaalessaa Naci Saar… Sifen Megersa Dec 8, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Paarkii Biyyaalessaa Naci Saar daawwataniiru. Paarkiin Biyyaalessaa…
Ispoortii Arsenaal Fuulhaam waliin qixa adda ba’an Debela Tadesse Dec 8, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Tapha torbee 15ffaa Piriimer Liigii Ingiliz har’a Arsenaalii fi Fuulhaam giddutti taphatamee kilaboonni lameen qixa 1 fi 1’n adda ba’aniiru. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti ijaarsa Hidha Haaromsaaf Birriin biiliyoonni 20 walitti qabamuun ibsame Debela Tadesse Dec 8, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)-Hanga ammaatti ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaaf Birrii biiliyoonni 20 walitti qabamuun ibsame. Naannoon Somaalee Waancaa Hidha Guddicha…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Itti Aanaa Rippabilikii Cheek Yaadannoo Injifannoo Adwaa Daawwatan Debela Tadesse Dec 8, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Jilli Ministira Muummee Itti Aanaa fi Ministirri Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Rippabilikii Cheek Maariyaan Juureeskaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa…
Oduu biyya keessaa Miseensonni WBO karaa nagaan galuu itti fufaniiru Debela Tadesse Dec 8, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Waliigaltee Mootummaa fi WBO gidduutti taasifame hordofee miseensonni WBO karaa nagaan galuu itti fufaniiru. Haaluma kanaan Godina Shawaa Lixaa Aanaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Kaateediraalli Noordaam Gootik tajaajilaa eegaluun hawwii gaarii qabdu ibsite Debela Tadesse Dec 8, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Waggoota shaniin dura balaa ibiddaan mudateen hojii suphaa gaggeeffamaa kan ture Mana Amantaa Kaatoolikii Umrii Dheeraa Lakkoofsisee Kaateediraalii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa hunda keenyaa ni bu’uuressina-Obbo Adam Faaraah Debela Tadesse Dec 8, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)-Miiraa fi fiinxaalessummaarraa of qoqqobuun tokkummaa cimsuun Itiyoophiyaa kan hunda keenyaa taatee ni bu’uuressina jechuun Pireezidaantii Itti Aanaan…
Oduu biyya keessaa Filannoon daandii nagaa Itoophiyaa qe’ee sabaa fi sablammootaa ceessisa-Aadde Sa’aadaa… Debela Tadesse Dec 8, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)- Filannoon daandii nagaa hordofames, imala guddinaa fi abjuu badhaadhinaa qabame, milkeessa; Itiyoophiyaa qe'ee sabaa fi sablammootaa ta’uun beekamtu…