Biiznasii Torbeen Tuurizimii Oromiyaa 5ffaan eegale Sifen Megersa Sep 30, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) – Torbeen Tuurizimii Oromiyaa 5ffaan guyyoota sadan itti aananiif turu har’a Hoteela Iskaayi Laayitiitti jalqabeera. Hoggantoonni Mootummaa Federaalaa,…
Idil Addunyaa Yuutiiyuubiin Pireezidaanti Tiraampiif Doolaara miiliyoona 24.5 beenyaa kaffaluufi Sifen Megersa Sep 30, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) – Yuutiiyuubiin himannaa Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi dhiyeessan hordofee Doolaara miiliyoona 24.5 beenyaa kaffaluuf waliigale.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni bara haaraa Shakkachoo kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 30, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) – Ayyaanni bara haaraa Shakkachoo ‘Mashiqaaree Baaroon’ kabajamaa jira. Ayyaanicha magaalaa Geecaatti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira. Sirna…
Oduu biyya keessaa Sirni barnootaa haaraan dhimmoota Hidha Haaromsaa ilaallatan hammateera – Ministeera Barnootaa Sifen Megersa Sep 30, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) – Sirni barnootaa haaraan dhimmoota Hidha Haaromsaa ilaallatan boqonnaalee hedduu hammateera jedhe Ministeerri Barnootaa. Eebbifamuun hidhichaa…
Ispoortii Joozee Moriinhoon har’a kilaba isaa duraanii waliin falmata Sifen Megersa Sep 30, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan har’a magaaloota Awurooppaa garaagaraa keessatti ni taphatamu. Har’a halkan sa’aatii 4:00…
Oduu biyya keessaa Irreechi sirna galateeffannaafi walooma cimsuu irratti kan ijaarame ulfoo nagaa tiksuufi araara… Sifen Megersa Sep 30, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) – Gumiin Balal marsaa 45ffaan mata duree 'Irreecha; Olka'iinsa biyyaaf!' jedhuun gaggeeffamaa jira. Ayyaana Irreechaa Fulbaana 24 Hora Finfinneefi…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun sosochiin Ispoortii gaggeeffame Sifen Megersa Sep 30, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2018 (FMC) – Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun kutaan Magaalaa Nifaas Silk Laaftoo fi Kutaa Magaalaa Furii waliin ta'uun sosochii Ispoortii gaggeessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ergamni ‘Cehuumsa Caasawaa’ sektara qonnaa dhugoomsuuf bahachaa jirru faana milkaa’inaa argateera-… Ayana Dheressa Sep 29, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shiimallis Abdiisaan ergamni ‘Cehuumsa Caasawaa’ sektara qonnaa dhugoomsuuf bahachaa jirru faana…
Oduu biyya keessaa Hayyoonni hojiilee qorannoo rakkoo hawaasaa furan hojjechuu qabu- Piroofeesar Birhaanuu Naggaa Ayana Dheressa Sep 29, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2018 (FMC) - Hayyoonni galteewwan imaammataa ijaarsa biyyaaf bu’uura kaa’an qorannoon adda baasuuf hojjechuu qabu jedhan Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar…
Ispoortii Jilli Shaampiyoonaa Biskileettii Addunyaarratti hirmaate Finfinnee gale Sifen Megersa Sep 29, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2018 (FMC) – Jilli Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Biskileettii Addunyaarratti hirmaachuun ga’umsa dinqisiisaa agarsiise har’a Finfinnee galeera. Shaampiyoonaa…