Oromiyaatti dubartoonni miiliyoona 9.9 fayyadamtoota hawaas- diinagdee ta’aniiru-Biiricha
Finfinnee, Sadaasa 29, 2017 (FMC)-Naannoo Oromiyaatti dubartoonni miliyoona 9.9 waldaan gurma'aanii fayyadamtoota hawaas-dinaagde ta'uu Biiroon Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii Oromiyaa…