Waldichi hojiilee eegale caalmaatti cimsuun seenaa hojjechuu qaba- Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Waldaan Qorannoo Oromoo hojiilee eegale caalmaatti cimsuun seenaa hojjechuu qaba jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…