Oduu biyya keessaa Ambootti duulli qulqullina naannoo gaggeeffame Tsehay Guluma Nov 26, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Magaalaa Ambootti kabajaa Ayyaana sabaafi sablammootaa 19ffaa sababbeeffachuun Duulli qulqullina naannoo gaggeeffameera. Duula…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuu fi nagaa ummataa waaressuu yeroo kamuu caalaa cimee itti… Debela Tadesse Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)-Murnoota nageenya naannichaa booressuu fi dararaa itti fufan irratti tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuu fi nagaa ummataa waaressuu yeroo kamuu caalaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaan agarsiisa albuuda fi teeknooloojii daawwatan Debela Tadesse Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Galma Barkumeetti gaggeeffamaa kan jiru agarsiisa albuudaa fi teeknooloojii daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Tumsitoonni misoomaa Afrikaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf deeggarsa taasisan cimsuu qabu-Obbo… Debela Tadesse Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)- Tumsitoonni misoomaa Ardii Afrikaa fi Idil Addunyaa Afrikaatti nageenya waara mirkaneessuuf deeggarsa taasisan cimsuu akka qaban Afyaa’iin Mana Maree Bakka…
Fayyaa Dandeettii oomishuu oomishtoota qorichaa biyya keessaa %40’n ga’uuf hojjetamaa jira Debela Tadesse Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)- Bara baajataa kanatti dandeettii oomishuu oomishtoota qorichaa biyya keessaa %40’n ga’uuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa DhMG tattaaffii Itiyoophiyaan nageenya naannawaaf taasistu akka deeggaru ibse Debela Tadesse Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)- Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii tattaaffii Itiyoophiyaan nageenya naannawaa fi Idil Addunyaaf taasistu akka deeggaru Itiyoophiyaatti Qindeessan…
Oduu biyya keessaa Badhaadhinni Paartii qormaata alaafi keessoo injifachuun fayyadamummaa lammiilee mirkaneessaa… Sifen Megersa Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Badhaadhinni Paartii qormaata alaafi keessoo injifachuun fayyadamummaa lammiilee mirkaneessaa jiruudha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Fiinlaandi hariiroo gamlamee Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsuu fedhii qabaachuu ibsite Tsehay Guluma Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)- Fiinlaandi hariiroo gamlamee Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsuuf fedhii qabaachuu ibsite. Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataatti Koreen dhaabbii dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Hanga ammaatti lafa hektaara miiliyoona 4 ol irraa oomishni walitti qabame Sifen Megersa Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lafa hektaraa miiliyoonaa 4 ol irra oomishni walitti qabamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Lafa hektaara…
Oduu biyya keessaa Konfiraansii Nageenyaa Ardii Afrikaarratti agarsiifni suuraa baname Sifen Megersa Nov 25, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Konfiraansii Nageenyaa Ardii Afrikaa mata duree ‘Afrikaa Badhaatee fi nagaa taate haa ijaarru’ jedhuun magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jirurratti…