Dimookiraatik Rippaablikni Koongoon Beeniin injifatte
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Tapha waancaa Afrikaa ramaddii 4ffaa marsaa jalqabaan Dimookiraatik Rippaablikni Koongoo Beeniin galchii 1 fi 0’n injifatteetti.
Ramaddii kanaan Senegaal…
Ameerikaafi Itiyoophiyaan waliigaltee deeggarsaa Doolaara biiliyoona 1.6 ol mallatteessan
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC) –Ameerikaafi Itiyoophiyaan waliigaltee deeggarsaa Doolaara biiliyoona 1 fi miiliyoona 600 mallatteessaniiru.
Mootummaan Ameerikaa tumsa damee fayyaa…
Baankichi fi Daandiin Qilleensaa waliigaltee liiqii Birriii biiliyoona 27 mallatteessan
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa fi Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa waliigaltee liiqii Birrii biiliyoona 27 mallatteessaniiru.
Sirna waliigalticharratti…
Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaanti Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’ataniiru.
Ministirri MMuummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa…
Sirni Awwalchaa Obbo Abdurrahmaan Ruubee raawwate
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Sirni Awwalchaa Hojii Raawwachiisaa itti aanaa Korpooreeshinii Biroodkaasti Itiyoophiyaa (EBC) kan turan Obbo Abdurrahmaan Ruubee raawwwateera.
Obbo…
Kaffaltoonni gibiraa kuma 33 ol sirna elektirooniksiin fayyadamuun gibira kaffalaniiru –…
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Kaffaltoonni gibiraa kuma 33 ol sirna elektirooniksiin fayyadamuun gibira kaffalaniiru jedhan Minster Deetaan Ministeera Galiiwwanii Daawiit Wubisheet.…
Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galan
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon daawwanna hojii guyyaa tokkoof Finfinnee…
Dhaabbiileen Federaalaa yeroo gara yerootti jijjiiramaa dhufan- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Giddugala Ijaarsa Sirna Diimokiraasii fi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah…
Ergaa Waajjira Ministira Muummee
Kitaabileen Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin barraa’an (Ida’amuu, Daandii Ida’amuu, Dhaloota Ida’amuu, fi Mootummaan Ida’amuu) namarratti xiyyeeffachuun imala diinagdee damdaneessaan…