Biiznasii Bittaan Shukkaaraa kuntaala miiliyoona 2 taasifamuu ibsame Ayana Dheressa Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Hanqina dhiyeessii sukkaaraa fooyyessuuf bittaan Shukkaaraa kuntaala miiliyoona 2 taasifamuu Ministeerri Daldalaa fi Hariiroo Naannolee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Miseensota Shanee godina Horro Guduruu Wallaggaa keessa socho’an irratti tarkaanfii qindaa’an… Ayana Dheressa Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Poolisiin Federaalaa, Humni addaa Oromiyaa fi milishaan waliin ta’uun Miseensota Shanee godina Horro Guduruu Wallaggaa keessa socho’an irratti tarkaanfii…
Oduu biyya keessaa Seenaan Ityoophiyaa fi Ityoophiyaanota hundi Injifannoodha- Obbo Mallas Alamuu Ayana Dheressa Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Kutaa magaalaa Ekkaatti dargaggoota Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif gaggeessan taasifameera. Mata duree “ Ani osoon jiruu Ityoophiyaa dabarsee hin…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni kutaa magaalaa Ekkaa lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa… Ayana Dheressa Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Jiraattonni kutaa magaalaa Ekkaa aanaa 6 lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’anii Dabrabirhaanitti argamaniif deeggarsa garaagaraa taasisuu…
Oduu biyya keessaa Leetenaal Jeneraal Asraat Deenneeroon bakkeewwan Raayyaan Ittisa Biyyaa injifannoo itti gonfate… Ayana Dheressa Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Ajajaa Olaanaan Humna lafarraa Raayyaa Ittisa Biyyaa Leetenaal Jeneraal Asraat Deenneeroon naannoo hidha haaromsa guddichaatti bakkeewwan gareen ergamtootaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan rakkooshee hiikuuf dandeettii qabdi- Keeniyaa Ayana Dheressa Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan rakkooshee hiikuuf dandeettii qabdi jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Reechaal Omaamoon. Reechaal Omaamoon dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa biyya isaa kabachiisuuf uummanni hirmaannaa isaa cimsee itti fufuu ibsame Obse Wakgari Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Birmadummaa biyya isaa kabachiisuuf uummanni hirmaannaa isaa cimsee itti fufuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise. Ministirri Tajaajila…
Oduu biyya keessaa Raawwiin seeraa lammiilee biyya alaa gidduleessa taasise hin jiru-Ambaasaaddar Diinaa Muftii Obse Wakgari Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Raawwiin seeraa lammiilee biyya alaa gidduleessa taasise hin jiru jechuun Dibbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftiin ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Shugguxiin ka’umsa isaa magaalaa Baahir Daar taasisee Magaalaa Finfinnee naannoo Paarkii Ayisiitii… Obse Wakgari Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Guyyaa kaleessaa Shugguxiin ka’umsa isaa magaalaa Baahir Daar taasisee Magaalaa Finfinnee naannoo Paarkii Ayisiitii Goorootti to’annaa jala ooleera.…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalichaatti Raayyaan Uummataa leenjii fudhachaa ture eebbifame Ayana Dheressa Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Kutaa magaalaa Ekkaatti Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa gama maraa taasisuu fi naannoo isaa eeguuf Raayyaan Uummataa leenjii fudhachaa ture…