Finfinneetti hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin mudanneef qindominaan hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Ebla 6, 2017(FMC) – Ayyaana Hiikaa sababeeffachuun hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin mudanneef qindominaan hojjetamaa jiraachuu Kantibaa Itti aanaa fi…