Oduu biyya keessaa Naannoon Amaaraa milishoota leenjisaa ture eebbisiise Obse Wakgari Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Naannoon Amaaraa milishoota leenjisaa ture eebbisiiseera. Koolleejjiin Naannoo Amaaraa milishoota leenjisaa turee eebbisiisu AMK gabaaseera. Fuula…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Daseetti haala waqtaawarratti mariin gaggeeffame Sifen Megersa Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) - Haalaa waktawaa biyyattiirratti abbootii amanta magaalaa Dasee keessaa walitti babba’an waliin mariin gaggeeffame. Waltajjii marii kana…
Oduu biyya keessaa Balaa Ityoophiyaarratti aggaamame baraaruuf Raayyaa Ittisaa cinaa ni dhaabbanna – jiraattoota… Sifen Megersa Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) - Balaa Ityoophiyaarratti aggaamame baraaruuf Raayyaa Ittisaa cinaa kan dhaabbatan ta’uu jiraattoonni magaalaa Dirree Dawaa ibsan.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad ogeeyyii aartii giddugalaa waraanaatti qophiiwwan dhiyeessan galateeffatan Obse Wakgari Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ogeeyyii aartii giddugalaa waraanaatti qophiiwwan dhiyeessan galateeffataniiru. Ogeeyyii aartii qophiiwwan…
Oduu biyya keessaa Deeggarsi talaallii vaayrasii koroonaa miiliyoonni walakkaa ol Ityoophiyaaf taasifame Obse Wakgari Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Ingiiliiz deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa Astiraazeenikaa doozii kuma dhibba 500 Ityoophiyaaf laatteetti. Sirna walharkaa fuudhinsichaa…
Oduu biyya keessaa Gidduugalli Leenjii Addaa leenjii bu’uuraa loltummaa laachuu eegale Obse Wakgari Aug 17, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Gidduugalli Leenjii Addaa leenjii bu'uuraa loltummaa laachuu eegaleera. Ajajaan gidduugalichaa Koloneel Waaleeliny Taaddasaa, leenjitootaaf haasawaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dhaabaan Xaafii fi Avookaadoo kilaasteraan misoomaa jiru daawwatan Sifen Megersa Aug 16, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Hogganaan Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumaamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dalee Godina Shawaa Bahaatti Xaafii fi Avookaadoo kilaasteraan misoomaa jiru…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitichi Lammiilee Kibba Wallootii buqqa’uun Dasee qubataniif deeggarsa taasiise Sifen Megersa Aug 16, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Yuunvarsiitiin Haramayyaa Lammiilee Kibba Walloo Buqqa’uu Magaalaa Dasee Yuunvasriitii Dasee keessa qubataniif deeggarsa meeshaalee taasiisuu…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni Ejensii Mirkaneessa Madaallii Ga’umsa Ogummaa Oromiyaa Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf… Sifen Megersa Aug 16, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Hojjettoonni Ejensii Mirkaneessa Madaallii Ga’umsa Ogummaa Oromiyaa Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf miindaa ji'a 1 deeggarsaan laachuuf waadaa…
Biiznasii Qaala’iinsa gabaa zayitaa tasgabbeessuuf Zayitiin nyaataa gara biyya keessaa galaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Aug 16, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Qaala’iinsa gabaa Zayitaa tasgabbeessuuf Zayitiin nyaataa gara biyya keessaa galaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiise.…