Oduu biyya keessaa Ijaarsii fi suphaan daandii Gudaar-Geedoo % 92 xumurame Ayana Dheressa Oct 29, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)-Qaama daandii Finfinnee-Amboo-Baakkoo-Naqamtee-Asoosaa kan ta’ee ijaarsii fi suphaan daandii Gudaar-Geedoo kiiloo meetirri 54 % 92 xumuramuu Abbaan…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Siwiizerlaand MM Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsan Obse Wakgari Oct 29, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Siwiizerlaand Gaay Paarmeeliin Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru. Preezdaantichi ergaa isaaniin,…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin hariiroo seera raawwachistoota Federaalaa fi naannoo gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Oct 29, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Sirna hariiroo mootummoota federaalaa murteessuuf kan hundaa’ee waltajjiin hariiroo seera raawwachistoota Federaalaa fi naannoo gaggeeffamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Waldaan Kiristaanaa Araaraa Waaqayyoo Addunyaa godina Booranaatti hongee muudateef deeggarsa taasise Ayana Dheressa Oct 29, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Godina Wallagga bahaa Magaala Naqamtee irraa Waldaan Kiristaanaa Araaraa Waaqayyoo Adunyaa godina Booranaatti hongee muudateef deeggarsa taasiseera.…
Oduu biyya keessaa Hojjetoonni Korporeeshinii Sukkaaraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii Miiliyoona 42 ol… Ayana Dheressa Oct 29, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Hojjetoonni Korporeeshinii Sukkaaraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf miindaa isaanii ji’a tokkoo Birrii Miiliyoona 42 fi miiliyoona 6 deeggarsa taasisuu…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitichaa tajaajiloota 7 laataa turee naanoolee fi bulchiisoota magaalootaatti laatamuufi Ayana Dheressa Oct 29, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Ministeerri Geejjibaa fi Loojistikii tajaajiloota kanaan dura Abbaa Taayitaa Geejjiba Federaalaan kennamaa turan naannolee fi bulchiinsa magaalotaan…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfaa sadii Birrii miiliyoona 2 baankiidhaa saamaan to’annaa jala oolan Obse Wakgari Oct 29, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Namoonni dhuunfaa sadii Birrii miiliyoona 2 baankiidhaa saamaan sa’aatii muraasa keessaatti harkaaf harkaatti to’annaa jala ooluu poolisiin magaalaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti torban torbaniin Baazaariin daldalaa ni gaggeeffama jedhame Ayana Dheressa Oct 29, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti qaala’iinsa jireenyaa akkasumas dhiyeessii fi raabsa oomishaan daballii gatii nam-tolchee uumamu hir’isuuf torban torbaniin…
Oduu biyya keessaa Qaaxxee badii nurratti aggaamame qolannee tokkummaa fi birmadummaa biyya keenyaa ni tiksina-MNO Obse Wakgari Oct 29, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Qaaxxee badii nurratti aggaamame qolannee tokkummaa fi birmadummaa biyya keenyaa ni tiksina jechuun mootummaan naannoo Oromiyaa ibsa baaseera.…
Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan naannoo Somaaleetti kenniinsa tajaajila dhaabbilee fayyaa daawwatan Obse Wakgari Oct 29, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan naannoo Somaaleetti haala kenniinsa tajaajila dhaabbilee fayyaa daawwataa jiru.…