Ityoophiyaan marii haqa qabeessaa eegaltee xumura akka argatuuf qophiidha –Dooktar Injinaar Silashii
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)- Mariin Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa gara Gamtaa Afrikaatti akka deebi’uuf shooraa Miseensoonni Mana Maree Nageenyaa taasisaniif Ministirri…