Manni jireenyaa eegdoota rippaabiliikaan baasii Birrii miiliyoona 18.5 oliin ijaarrame eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Qajeelchi olaanaa maandiisummaa raayyaa ittisa biyyaa Laga Dhaadhiitti mana jireenyaa eegdoota rippaabiliikaan baasii Birrii miiliyoona 18.5 oliin…