Filattoonni bu’aan sagalee Boordiin Filannoo hanga ifoomsutti obsan akka eegan gaafate
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC)-Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa filattoonni bu’aan sagalee hanga ifoomsutti obsan akka eegan gaafateera.
L ammiileen odeeffaannoo bu’aa…