Oduu biyya keessaa Jimmatti duulli qulqullina Magaalaa gaggeeffame Sifen Megersa Nov 17, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti duulli qulqullina Magaalaa hoggantootaa mootummaa fi kutaalee hawaasaa hirmaachise gaggeeffameera. Magaalaa jiraattoota isheef…
Ispoortii Atileet Biiniyaam Mahaariin fiigicha guddicha Itiyoophiyaa injifate Sifen Megersa Nov 17, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) – Atileet Biiniyaam Mahaariin fiigicha guddicha Itiyoophiyaatti yeroo 24ffaaf har'a dorgomame injifate. Fiigicha guddicha Itiyoophiyaa meetira kuma 10…
Oduu biyya keessaa Hojiin Kaadaasteraa rakkoo walxaxaa qabiyyee lafaan walqabatee ture furuuf hojii hojjetamaa jiruudha… Sifen Megersa Nov 17, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) – Hojiin Kaadaasteraa rakkoo walxaxaa qabiyyee lafaan walqabatee ture furuuf hojii hojjetamaa jiru ta'u Waajjirri Kaadaastera lafa Bulchiinsa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Giddugalichi nageenyaa fi haqa mirkaneesuuf humna dabalataati-Kom. Dammallaash Gabremikaa’el Debela Tadesse Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Giddugalli Qorannoo Fi Qo’annoo Fooransikii Poolisii Federaalaa nageenyaa fi haqa amansiisaa mirkaneessuuf hojiilee gaggeeffamaaniif humna dabalataati…
Oduu biyya keessaa Adeemsa seenessii waloo ijaaruu keessatti Aartiin gahee olaanaa qaba-Obbo Aganyawu Tashaagar Debela Tadesse Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Sadarkaa biyyaalessaatti adeemsa seenessii waloo ijaaruu keessatti Aartiin gahee olaanaa qaba jedhan Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan gumaacha nagaa fi tasgabbiif taasistu cimsitee akka itti fuftu ibsite Debela Tadesse Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan Naannawaa Afrikaa Bahaattis ta’e sadarkaa Idil Addunyatti gumaacha nageenyaa fi tasgabbiif taasistu cimsitee akka itti fuftu ibsite.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Qorannoo fi Qo’annoo Fooransikii eebbisisan Debela Tadesse Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Qorannoo fi Qo’annoo Fooransikii Poolisii Federaalaa eebbisiisaniiru. Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Hojii Kaadaastera lafaarratti komiin ka’u maali? Debela Tadesse Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC) – Magaalaa Shaggaritti hojiin Kaadaastera Lafaa madda malaammaltummaa hamaa ta’eera jedhamuun komiin bal’inaan ka’aa jira. Faanaa Biroodkaastiingi…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa lammiileen Itiyoophiyaa hundi yoo irratti hirmaatan milkaa’a-Komishinicha Debela Tadesse Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Mariin biyyaalessaa lammiileen Itiyoophiyaa hundi yoo irratti hirmaatan milkaa’a jedhe Komishiniin Marii Biyyaalessa. Komishinichi Dhaabbilee Barnoota…
Oduu biyya keessaa Guddina Itiyoophiyaaf karoorri bu’uura kaa’an hojirra oolaa jiru –TKM Tsehay Guluma Nov 16, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Guddina Itiyoophiyaaf karoorri bu’uura kaa’an hojirra oolaa jirachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii…