Ispoortii Zihaabii Aloonsoon carraa hiriiruu kan dhorkate Roodirgoo Tsehay Guluma Aug 23, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC) – Leenjisaan Zihaabii Aloonsoo Saantiyaagoo Bernaabaawu erga dhaqanii eegalee taphataan urjii Biraaziil Roodirgoon carraa taphaa dhabeera. Taphataan…
Oduu biyya keessaa Godinichatti Lafti heektaarri kuma 200 ol sanyii garaagaraan uwwifamee kunuunfamaa jira Tsehay Guluma Aug 23, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC)- Godina Arsii Lixaatti qonna gannaan lafa heektaara kuma 500 fi kuma 12 ol midhaan gosa adda addaan uwwisuuf karoorfamee hojjetamaa jira. Naannoo…
Ispoortii Taphni har’a Maanchiister Siitiin Tootinhaam waliin taasisu ni eegama Tsehay Guluma Aug 23, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC)- Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaan har’a taphoonni 5 ni gaggeeffamu. Haaluma kanaan har’a Sa’aatii 8:30 irratti Maanchiister Siitiin…
Oduu biyya keessaa Kaabineen Magaalaa Finfinnee dhimmoota lamarratti mari’achuun murtoo dabarse Ayana Dheressa Aug 22, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FMC) – Kaabineen Magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 2ffaa waggaa 5ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota lamarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Ajandaasaa…
Oduu biyya keessaa Yuuniivarsiitiin Aviyeeshinii Itiyoophiyaa barattoota leenjisaa ture eebbisiise Ayana Dheressa Aug 22, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FMC) – Yuuniivarsiitiin Aviyeeshinii Itiyoophiyaa barattoota sadarkaa 2ffaa 28 dameewwan barnootaa saayinsii, teeknooloojii, maandisummaafi herregaan leenjisaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti giddugaloonni gabaa, iddoowwan dhaabbii konkolaataafi terminaalonni tajaajilaaf… Ayana Dheressa Aug 22, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2017(FMC)- Magaalaa Finfinneetti giddugaloonni gabaa, iddoowwan dhaabbii konkolaataafi terminaalonni ijaaramaa turan guyyaa har’aa eebbisiifamuun tajaajilaaf…
Oduu biyya keessaa Damee hundaan of dandeenyee imala jalqabne galmaan ga’uuf dandeettii guddaa qabna – obbo… Ayana Dheressa Aug 22, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FMC) - Imala jalqabne galmaan geenyee damee hundaan of danda’uuf dandeettii guddaa qabna jedhan Ministirri Muummee itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Aadaafi duudhaa walgargaarsa hawaasaa cimsuun lammii kennaa aadeffate uumuun… Ayana Dheressa Aug 22, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2017(FMC)-Buusaan Gonofaa Oromiyaa naannichatti aadaafiduudhaa walgargaarsa hawaasaa cimsuun lammii kennaa aadeffate uumuun danda'ameera jedhe. Hoogganaa Buusaa…
Oduu biyya keessaa Misoomni Kooriidarii misooma magariisaa bu’uureffatee hojjetamaa jira Ayana Dheressa Aug 22, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2017(FMC)-Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa misoomni kooriidarii misooma magariisaa bu’uureffatee hojjetamaa jira jedhe. Akka Ministir Deetaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaa tokkoomnaan waan guddaa hojjechuun akka danda’amu ragaadha-… Ayana Dheressa Aug 22, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 16, 2017(FMC)- Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaa yoo tokkooman waan guddaa hojjechuun akka danda’amu agarsiistuu guddaadha jedhan Hayyoonni. Yuuniivarsiitii Siiviil…