Itiyoophiyaa fi Paakistaan tumsa damee Humna Qilleensaan qaban cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Paakistaan hariiroo gamlamee damee Humna Qilleensaan qaban caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru.
Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa…