Guyyaan Ashaaraa magariisaa of eeggannoo cimaan ni gaggeeffama – Obbo Nigusuu Xilahuun
Finfinnee, Caamsaa 28, 2012 (FBC) – Sagantaan dhaabbii biqiltuu guyyaa Ashaaraa magariisaa of eeggannoo cimaan kan gaggeeffamu ta’uu itti gaafatamaan Seekreetaariyaat Preesii Waajjira…