Oduu biyya keessaa Dhaabbileen garagaraa ‘Maaddii Biyyaaf’ deeggarsa taasisaa jiru Wabi Fufa Oct 27, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Dhaabbileen garagaraa ‘Maaddii Biyyaaf’ deeggarsa taasisaa jiru. Waamicha muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ‘Maaddii Biyyaaf’…
Oduu biyya keessaa Miseensoonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI qonnan bultoota Godina Harargee Lixaa hoomaan… Wabi Fufa Oct 27, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Miseensoonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI qonnan bultoota Godina Harargee Lixaa hoomaan Awwaanisaa midhaan isaanii barbaddeesse daawwatan.…
Oduu biyya keessaa Imaammata albuudaa fi boba’aa irratti mariin gaggeeffamaa jira Wabi Fufa Oct 27, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Imaammata albuudaa fi boba’aa irratti mariin gaggeeffamaa jira. Immaammata albuudaa fi boba’aa haaraa qophaa’a jiru irratti Finfinneetti mariin…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 163 gara biyya isaaniitti deebi’an Wabi Fufa Oct 27, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 163 gara biyya isaaniitti deebi’an. Lammiileen Ityoophiyaa 163 guyyaa har’aa Beeruut irraa gara biyya isaaniitti…
Oduu biyya keessaa Obbo Xilaahuun Geetaachew hidha umrii guutuun itti yoo murtaa’u, warren hafan adabbii hidhaa waggaa… Wabi Fufa Oct 27, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) - Hiriira deeggarsaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif ba’ameratti namoota boombii darbaachuun lubbuun namaa akka darbuu fi miidhaa qaama…
Oduu biyya keessaa Buufanni madda anniisaa Awaash 3ffaan gariin taajajila laachuu eegale Obse Wakgari Oct 27, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) – Sababa balaa lolaa lagaa Awaashiin yeroof tajaajila dhaabee kan ture buufanni madda anniisaa Awaash 3ffaan gariin taajajila laachuu eegalu Humni…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 364 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame Obse Wakgari Oct 27, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 364 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame. Qorannaan laabraatoorii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti akka hojjetaniif dhaabbilee alaa teeleekoom 2f eeyyamni laatame Obse Wakgari Oct 27, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti akka hojjetaniif dhaabbilee alaa teeleekoom 2f eeyyamni laatamuufi ibsameera. Mariin kaleessaa hojiiwwan damee teeleekoom…
Oduu biyya keessaa Mariin hojiiwwan foyyaa’insa damee teeleekoom irratti xiyyeeffate Waajjira Muummee Ministiraatti… Obse Wakgari Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 16, 2013 (FBC) – Mariin hojiiwwan foyyaa’insa damee teeleekoom irratti xiyyeeffate Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffameera. Oppireetaroota teeleekoom haaraa…
Oduu biyya keessaa Mariin sadeenii bifa faayidaa fi mirga biyyooleessaa Ityoophiyaa eegeen gaggeeffama-Ministeera… Obse Wakgari Oct 26, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2013 (FBC) – Mariin sadeenii bifa faayidaa fi mirga biyyooleessaa Ityoophiyaa eegeen akka gaggeeffamu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Marii sadeenii kun…