Browsing Category
Biiznasii
Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa maamiltoonnisaa ragaalee lakkoofsa herregaa isaanii yeroo kamiyyuu…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC)- Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa maamiltoonnisaa ragaalee lakkoofsa herregaa isaanii yeroo kamiyyuu sirreeffachuun tajaajila argachuu kan danda’an ta’uu…
Naannichatti baatiiwwan 6 darbanitti galiin Birrii miiliyoonni 580 walitti qabuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti baatiiwwan 6 darbanitti galiin Birrii miiliyoonni dhibbi 5 fi miiliyoonni 80 walitti qabuu ibsame.
Abbaan Taayitaa…
Baankichi maamiltoota tajaajila baankii dhalarraa bilisaa ta’aniif Birrii biiliyoona 11 ol…
Finfinnee, Gurraandhala 29, 2014 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa bara kana maamiltoota tajaajila baankii dhalarraa bilisaa ta'aniif Birrii biiliyoona 11 ol liqeessuu ibsame.…
Magaalaa Adaamaatti Manneen Kuusaa seeraan alaarratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti Manneen Kuusaa fichiistootaa fi Daldaltoota Jumlaa irratti tarkaanfiin fudhatmuu ibsameera.
Magaalaa…
Godina Harargee Bahaatti Doolaarri Seeraan alaa kumni 87 to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) – Godina Harargee Bahaa aanaa Qarsaatti sakattoo konkolaataa deddeebisa ummataa Finfinnee gara Jigjigaatti imalaa turerratti taasiifameen Doolaarri…
Waliigalan diinagdeen Ityoophiyaa guddina agarsiiseera- Dooktar Iyyoob Takkaaleenyi
Finfinnee,Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Waliigalan diinagdeen Ityoophiyaa guddina agarsiiseera, yaa ta’uutii jijjiirramni jireenya namaarratti muul’atu dhabamuu isaan yaadni…
Magaalaa Adaamaatti Abbootiin qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 14.2 ol galmeessan eeyyama…
Finfinnee,Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti Abbootiin qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 14.2 ol galmeessan eeyyama fudhachuun hojiitti galuu Waajjirri Indaastirii fi…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 30 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 30 olitti tilmaamamu to'atamuu Komishinii Gumurukaa Ityoophiyaatti Waajjirri Damee Awaash beeksiise.…
Gatiin boba’aa hanga Bitootessa 30, 2014 haaluma baatii darbeen itti fufa jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Mootummaan gatiin Boba'aa Gurraandha 19, 2014 hanga Bitootessa 30, 2014tti haaluma ammaa jiruun akka itti fufu murteessuu Ministeerri Daldalaa fi…
Mi’eessituuwwan akaakuun 4 fi Gaayyaan sirna bittaa fi gurgurtaa ammaayyaatti makaman
Finfinnee,Gurraandhala 17, 2014 (FBC) – Dinbilaalli, Sunqoo, Qundoo Barbareen, Maxaaffanni Gurraachi fi Gaayyaan sirna bittaa fi gurgurtaa ammaayyaa Oomisha Gabaa Ityoophiyaatti…