Browsing Category
Biiznasii
Baatiiwwan 6 darbanitti daldala al-ergiirraa galiin Doolaarri miiliyoonni 104 ol argamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2014 (FBC)- Baatiiwwan 6 darbanitti oomishaalee Paarkiiwwan Indaastirii gabaa alaaf ergaman irraa galiin Doolaarri miiliyoonni 104 ol argamuu ibsame.…
Daandiin Qilleensichaa Oomisha Abaaboo biyyoota addunyaa garaagaraatti imalchiisaa jiraachuu…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiya guyyaa ‘jaalalleewwanii’ baatii kana kabajamu sababeeffachuun Oomisha Abaaboo biyyoota addunyaa…
Warshaaleen Simintoo sababa hanqina dhagaa cilee fi rakkoolee dhiyeessii garaagaraatiin oomisha…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Warshaaleen Simintoo sababa hanqina dhagaa cilee fi rakkoolee dhiyeessii garaagaraatiin oomisha dhaabaa jiraachuu Waldaan Oomishitoota…
Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf Waldaalee Hojii Gamtaa cimsuun barbaachisaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) - Diinagdee sababa waraanaan miidhame dandamachiisuu fi qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf Waldaalee Hojii Gamtaa cimsuun barbaachisaa…
Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Baankiin Afrii – Egziim waliigaltee liqaa mallatteessan
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC) – Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Baankiin Afrii - Egziim waliigaltee liqaa Doolaara biiliyoona 1 argachuuf dandeessisu waliif…
Waamicha biyyaa hordofee hirmaannaa diinagdee diyaaspoorawwan taasiisaniin galiin Birriin…
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) – Waamicha biyyaa hordofee hirmaannaa diinagdee diyaaspoorawwan taasiisaniin galiin Birriin biiliyoonni 22.1 argamuu Ejansiin Diyaaspoora…
Dhaabbileen Paarkicha keessa jiran guutumaan guutuutti gara hojiitti galuun oomisha isaanii gabaa…
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Paarkii Indaastirii Kombolchaa keessa jiran 3 guutumaan guutuutti gara hojiitti galuun oomisha isaanii gabaa alaaf dhiyeessuu eegaluu ibsame.…
Dhiyeessaa fi Raabsa boba’aarratti rakkoon tokkooyyuu kan hin jirre ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Dhiyeessaa fi Raabsa boba’aarratti hanqinni tokkooyyuu kan hin jirre ta’uu Dhaabbanni Dhiyeessa Boba’aa Ityoophiyaa beeksiise.
Olola…
Gurgurtaan Boondii Ityoophiyaa sadarkaa gabaa idil addunyaatti fooyya’insa agarsiise
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Gurgurtaan Boondii Ityoophiyaa sadrkaa gabaa idil addunyaatti fooyya’insa agarsiisuu ibsameera.
Manni Maree Ministiroota biyyattitti labsamee kan ture…
Naannichatti abbootii qabeenyaa Birrii miiliyoona 780 ol galmeessisaniif eeyyamni invastimantii…
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC)- Naannoo Harariitti abbootii qabeenyaa baatiiwwan 6 darbanitti kaappitaala Birrii miiliyoona dhibba 7 fi miiliyoona 80 ol galmeessisaniif eeyyamni…