Browsing Category
Biiznasii
Gatii gurgurtaa qinxaaboo boba’aarratti sirreeffamni taasifame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Gatii gurgurtaa qinxabroo boba’aa baatii Muddee irratti sirreeffamni taasifamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiseera.…
Baatii Onkololeessaa daldala alaarraa galiin doolaarri miiliyoonni 300 fi miiliyoonni 11.5 argame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC)- Baatii Onkololeessaa daldala alaarraa galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbbi 3 fi miiliyoonni 11.5 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Dhaabbileen 63 adeemsa seeraan alaa sirna galii walitti qabuu miidhuurratti bobba’anii turan…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2014 (FBC) – Dhaabbileen 63 adeemsa seeraan alaa sirna galii walitti qabuu miidhuurratti bobba’anii turan to’atamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.…
Kurmaana jalqabaa bara 2014n daldala alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1 ol argamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Kurmaana jalqabaa bara baajataa 2014n daldala alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1 fi miiliyoonni dhibbi 2 ol argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Qaala’iinsa gatii tasgabbeessuuf Qamadiin kuntaallii miiliyoonni 4 gara biyya keessaa galuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Qaala’iinsa gatii tasgabbeessuuf Qamadii kuntaala miiliyoona 8 alaa galchuuf karoorfame keessaa kuntaalli miiliyoonni 4 gara biyya keessaa…
Oromiyaa baatiiwwan arfan darbanitti galii Birrii biiliyoona 15 walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Biiroon Galiiwwan Oromiyaa baatiiwwan arfan darbanitti galii Birrii biiliyoona 15 walitti qabuusaa beeksise.
Kunis raawwii bara darbee yeroo…
Baatiiwwan 4 darbanitti daldala alaarraa galiin Doolaarri biiliyoona 1 ol argamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Baatiiwwan 4 darbanitti daldala alaarraa galiin Doolaarri biiliyoona 1.28 ol argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannoo beeksise.…
Ityoophiyaan humna Elektirikaa Sudaanii fi Jibuutiif dhiyeessiterraa galii Doolaara miiliyoona 23…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Ityoophiyaan baatiiwwan sadan darbanitti gurgurtaa humna elektirikaa Sudaanii fi Jibuutiif dhiyeessiterraa galii Doolaara miiliyoona 23tti dhiyaatu …
Diinagdee duula birmadummaa baachuu danda’u ijaaruuf hojjetamaa jira – Tajaajila Kominikeeshinii…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Diinagdee duula birmadummaa baachuu danda’u ijaaruuf hojjetamaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiseera.
Damee Qonnaa…
Magaalichatti bittaa fi gurgurtaa kallattii oomishtootaa fi shaammaattotaa Birrii miiliyoonni 25 ol…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti gabaa dilbataa torban 3’n bittaa fi gurgurtaa kallattii oomishtootaa fi shaammaattotaan Birrii miiliyoonni 25 ol raawwachuu Ejensiin…