Browsing Category
Biiznasii
Sirni kenniinsa liqaa haala qabatamaa biyyatti yaada keessa galchuun sirreeffamni taasifameera
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC)- Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa rakkoo waggoota darban isa mudate keessa bahun jijjiirama fidaa jiraachuu Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen…
Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa baatii Sadaasa haaluma baatii darbeen itti fufa
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2014 (FBC)- Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa baatii Sadaasa haaluma baatii darbeen kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Hariiroo Naannoo beeksiiseera…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 44tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Torban darbe keessaa Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 44.7tti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumurukaa beeksiise.
Meeshaaleen…
Oomishaalee Indaastiriirraa galiin Doolaarri miiliyoonni 42.75 argame
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2014 (FBC) – Kurmaana jalqabaa bara 2014tti Indaastirii Oomishaalee Zayitaarraa galiin Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni 42.75 argamuu ibsame.…
Naannoo Oromiyaatti baatiwwan sadan darban lammiilee kuma dhibba 3 fi kuma 61f carraan hojii uumamuu…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti baatiwwan sadan darban lammiilee kuma dhibba 3 fi kuma 61f carraan hojii dhaabbii uumamuu Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Kalaqaa…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 52 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 52 fi kuma dhibba 6 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise.…
Oomishaalee bunaa, shaayii fi mi’eessituurraa galiin doolaarri miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Baatiiwwan sadeen darbaniitti oomishaalee bunaa, shaayii fi mi’eessituu gabaa biyyaa alaaf dhiyaataan irraa galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni…
Mariin Ministiroota Faayinaansii Gaanfa Afrikaa gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC) – Mariin Ministiroota Faayinaansii Gaanfa Afrikaa Interneetiin gaggeeffame.
Biyyoonni Gaanfa Afrikaa Geejjibaa, Daldalaa, Faayinaansii…
Baatiwwan sadan darbanitti galiin Birriin biiliyoona 70 ol walitti qabame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) - Baatiwwan sadan darbanitti galiin Birriin biiliyoona 70 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise.
Bara Baajataa 2014 kurmaana 1ffaatti…
Agarsiifni daldalaa Chaayinaa 4ffaan gabaa Bunaa Ityoophiyaaf carraa gaarii qabatee dhufuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC)- Agarsiifni daldalaa Chaayinaa 4ffaan gabaa Bunaa Ityoophiyaaf carraa gaarii qabatee dhufuu ibsameera.
Agarsiifni kun dhama addaa fi qulqullina…