Browsing Category
Biiznasii
Baankichi sosochii qusannaa guyyoota 45’f turu gaggeessuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014(FBC)- Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa marsaa 3ffaaf mata duree "Fooyya’iinsa Boruuf Har'a haa Qusannu" jedhuun sosochii qusannaa guyyoota 45’f turu gaggeessuu…
Haala itti oomisha Simmintoon dabaluu danda’amurratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Haala itti oomisha Simmintoo dabaluun danda’amu irratti hoggantoota warshaa Simmintoo waliin mariin gaggeeffamuu Ministirri Ministeera Albuudaa…
Diinagdee Maakroo Tasgabbaa’aa uumuun rakkoo hojii dhabdummaa hiikuuf ni hojjetama jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti Diinagdee Maakroo tasgabbaa’aa uumuun rakkoo hojii dhabdummaa fi qaala’iinsa jireenyaa hiikuuf kan hojjetamu ta’uu…
Finfinneetti Oomishni Qullubbii Diimaa kallattiin hawaasaaf dhiyaachaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) -Magaalaa Finfinneetti Oomishni Qullubbii Diimaa kallattiin gatii madaallawaan hawaasaaf dhiyaachaa jiraachuu Ejansiin Bulchiinsa Waldaa…
Abbootiin qabeenyaa haala mijataa invastimantii Oromiyaan qabdutti fayyadamuun misoomaaf of…
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2014 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa biyya keessaa fi alaa haala mijataa invastimantii Oromiyaan qabdutti fayyadamuun misoomaaf of qopheessuu akka qaban Biiroon…
Magaalichatti oomishaalee qonnaa karaa shammattoota waldaalee hojii gamtaan hawaasaaf dhiyeessuun…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Magaalaa Finfinneetti sochiin oomishaalee qonnaa karaa Shammattoota waldaalee hojii gamtaan hawaasaaf dhiyeessuun eegalamuu ibsameera.
Sochii kanaan…
Bulchiinsi magaalichaa kurmaana 1ffaatti Birrii biiliyoona 13.7 galii walitti qabuu beeksiise
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014(FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee kurmaana 1ffaatti Birrii biiliyoona 13.7 galii walitti qabuu beeksiiseera.
Bulchiinsi magaalichaa kurmaana jalqabaa…
Daldalli alaa Chaayinaa baatii Fulbaanaa dabaluu ibsame
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2014 (FBC) - Daldalli Alaa Chaayinaa baatii Fulbaanaa %28.1 dabaluu ibsameera.
Daldalli keessaa biyyattii ammoo baatii darbe waliin wayita wal…
Gatiin boba’aa baatii Onkoloolessaa akka jirutti itti fufa
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Gatiin gurgurtaa boba’aa baatii Onkoloolessaa gatii duraatiin kan gurguramu ta’uu ibsameera.
Gatii boba’aa xiyyaaraa irraan kan…
Baatiiwwan lamaan darbaniitti daldalaa alaarraa galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 6 fi…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Baatii Adooleessaa fi Hagayyaatti daldalaa alaarraa galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni miiliyoonni dhibbi 6 fi miiliyoonni 92 argamuu…