Browsing Category
Biiznasii
Baatiiwwan lamaan darbaniitti daldalaa alaarraa galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 69 fi…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Baatii Aooleessaa fi Hagayyaatti daldalaa alaarraa galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 69 fi miiliyoonni 92 argamuu Ministeerri Daldalaa fi…
Magaalichatti baatiwwan lamaan darbanitti galiin Birrii biiliyoonni 10.4 walitti qabame
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC)- Biiroon Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee baatiwwan lamaan darbanitti Birrii Biiliyoona 10.4 galii walitti qabuu beeksiise.
Biirichi galii…
Naannoo Oromiyaatti oomisha Avookaadoo gabaa alaatti erguun eegalame
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Naannoon Oromiyaa yeroo jalqabaaf oomisha Avookaadoo gabaa alaatti erguu jalqabuu ibsameera.
Misooma Avookaafoo kilaasteraan misoomsuuf sochii…
Baankiin Biyyaalessaa dhorkama Liqaarratti kaa’e fooyya’iinsa taasiise
Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC) - Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa dhorkama Liqaarratti kaa’een walqabatee fooyya’iinsa taasiisuu beeksiise.
Fooyya’iinsa taasiifameen Baankileen…
Ministeerri Albuudaa fi Inarjii dhaabbilee 6f eeyyama oomisha albuuda laate
Finfinnee, Fulbaana 20. 2014 (FBC)- Ministeerri Albuudaa fi Inarjii dhaabbilee 6f eeyyama oomishaa albuudaa laachuu ibsameera.
Ministeerichi eeyyama kan kenne Ityoophiyaatti eeyyama…
Manni Maree Naannoo Amaaraa baajata bara 2014f Birrii biiliyoona 80 ol raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Manni maree naannoo Amaaraa yaa’ii xumuraa marsaa 5ffaa, bara hojii 7ffaa, gaggeesseen baajata bara 2014 Birrii biiliyoona 80 fi miiliyoona dhibba 1 fi…
Ayyaana Masqalaa hordofee daballiin gatii akka hin uumamneef hojjetamaa jira -Ministeera Daldalaa fi…
Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC)- Ayyaana Masqalaa hordofee daballiin gatii akka hin uumamneef hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii ibseera.
Koreen sadarkaa…
Dhaabbileen Buna oomishanii fi dhiyeessan 7 Waldaa hundeessuuf waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Fulbaana 13, 2014 (FBC) –Dhaabbileen Buna oomishuu fi dhiyeessuu irratti bobba’an 7 ‘Waldaa Buna Ityoophiyaa’ jedhamu hundeessuuf waliigaltee mallatteessuu ibsameera.…
Hanqina Simmintoo hir’isuuf hojjetamaa jira- Ministeera Daldalaa fi Indaastirii
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) - Hanqina Simmintoo hir'isuu fi tasgabbiin gatii akka jiraatuu hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiise.
Shira diinagdee fi…
Murteen liqaa biyyoota garee 20 murtoo sirriidha – Ministeera Maallaqaa
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Murteen liqaa biyyoonni garee 20 dabarsan murtoo sirrii ta’uu Ministeera Maallaqaa ibseera.
Koreen biyyoota garee 20 waltajjii…