Browsing Category
Biiznasii
Ityoophiyaa fi Morookoon waggaatti xaa’oo toonii miiliyoona 3.8 oomishuuf waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Ityoophiyaa fi Morookoon waggaatti xaa’oo toonii miiliyoona 3.8 oomishuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Ityoophiyaan Morookoo waliin waliigaltee…
Oomishaalee gabaa ayyaana bara haaraaf dhiyaatanirratti fooyya’iinsi gatii muul’achuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC) – Oomishaalee gabaa ayyaana bara haaraaf dhiyaatan muraasa irratti fooyya’iinsi gatii muul’achuu Koreen To’annoo fi Hordoffii gabaa Federaalaa, naannolee fi…
Fooramiin qonnaan bultoota buna oomishan fayyadamoo taasisu gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Fooramiin qonnaan bultoota buna oomishan fayyadamoo haqa qabeessaa taasisu galma Ikonoomik Koomishinii Afriikaatti gaggeeffameera.
Fooramicharratti…
Baankoota Ityoophiyaaf Liqaan Doolaara biiliyoona walakkaa dhiyaachuufi jedhame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Baankiin Imoortii Ekispoortii Afrikaa Baankoota Ityoophiyaaf Liqaa Doolaara biiliyoona walakkaa dhiyaachuuf murteessuu beeksiise.
Baankich hanga…
Gabaa Alaatti barbaadamummaan oomishaalee Indaastirii Xixiqqaa fi giddugaleessaa dabaluu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Gabaa Alaatti barbaaddamummaa fi dorgomtummaan oomishaalee Indaastirii Xixiqqaa fi Giddugaleessaa dabalaa dhufuun isaa ibsame.
Bara baajataa haaraatti…
Meeshaaleen Kontiroobaandii seeraan ala biyya keessa galuuf ture to’atame
Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Godina Harargee Bahaa Aanaa Baabbileetti Meeshaaleen Kontiroobaandii seeraan ala biyya keessa galuuf ture to’atamuu Poolisiin beeksiise.…
Shamattoonni magaalaa Finfinnee gabaa bara haaraaf bittaa fi gurgurtaa Birrii miiliyoona 201…
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) – Waldaaleen Hojii Gamtaa Shamattootaa magaalaa Finfinnee gabaa bara haaraaf bittaa fi gurgurtaa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 1 olii…
Naannoo Sidaamaatti dhaabbilee daldalaa seeraan ala gadii dabalan kuma 1 olirratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti dhaabbilee daldalaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun seeraan ala daballii gatii taasiisan kuma 1 olirratti tarkaanfiin fudhatamuu…
Zayita leetira miiliyoona 8 gabaaf dhiyeessuuf qophiin taasifameera-Koree Gabaa Tasaggabbeessu
Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Ayyaana bara haara 2014 hordofee shamattoonni bifa tasgabba’aan akka oolaaniif qindoomiinaan hojjetamaa jiraachuu Koree Gabaa Tasaggabbeessuu Federaalaa…
Godina Jimmaatti daldaltoota seeraan alaa kuma 1 olirratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) -Godina Jimmaatti daldaltoota seeraan alaa kuma 1 olirratti tarkaanfiin fudhatamuu Waajjirri Daldalaa godinichaa beeksiise.
Godinichatti Dhaabbilee…