Browsing Category
Biiznasii
Dhaabbilee Daldalaa gocha seeran alaa raawwatan kuma 80 ol irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Dhaabbilee Daldalaa gocha seeran alaa raawwatan kuma 80 ol irratti tarkaanfiin fudhatamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksise.
…
Bara baajataa darbe Warqeen Kiiloo Giraamni kumni 9 fi 384.284 gabaaf dhiyaachuu ibsame
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Bara baajataa darbe Warqee Kiiloo Giraama kuma 9 fi 384.284 gabaaf dhiyaaterraa Galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 6 fi miiliyoonni 71 ol argamuu…
Kutaan diinagdee Albuudaa guddina diinagdee Ityoophiyaaf abdiidha – Injiinar Taakkalaa Uumaa
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Kutaan diinagdee Albuudaa guddina diinagdee Ityoophiyaaf abdiidha, gara ol ka’iinsaatti imalaa jiraachuu keenya ni amanna jedhan Ministirri Ministeera…
Dhaabbileen daldala Alaan raawwii olaanaa galmeessan 41 badhaafaman
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Dhaabbileen daldala Alaan bara baajataa 2013 raawwii olaanaa galmeessan 41 badhaafamaniiru.
Qopheessummaa Ministeera Daldalaa fi Indaastiriin Dhaabbilee…
Zayinni nyaataa Liitirri miiliyoonnii 62 gabaaf dhiyaachuuf qophii ta’e – Ministeera Daldalaa…
Finfinnee, Qaammee 2, 2013 (FBC) – Qaala’iinsa Gabaa muudatee hir’isuuf Zayinni nyaataa qulqullinaa isaa eeggatee liitirri miiliyoonni 62 gabaaf dhiyaachuuf qophii ta’uu…
Baalli Sammuu Adoochu Kiiloo Giraamni 780 to’atame
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Baalli Sammuu Adoochu Kaanaabis jedhamu Kiiloo Giraamni 780 Buufata Gumrukaa Caaccuutti to'atamuu Komishiniin Gumrukaa Ityoophiyaa beeksiise.
Baalli kun…
Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa baatii Fulbaanaa haaluma baatii darbeen itti fufa jedhame
Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa baatii Fulbaanaa haaluma baatii darbeen kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiiseera.…
Naannoo Kibbaatti damee Invastimantiirraa Birrii biiliyoonni 11 argamuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaatti bara baajataa 2013 damee Invastimantiirraa Birrii biiliyoonni 11 argamuu Komishiniin Invastimantii Naannichaa beeksiise.
Naannichatti…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 44 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Adoolessa 1 hanga Hagayya 27, 2013tti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 44 olitti tilmaamamu to’atamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise.…
Magaalaa Hawaasatti galiin Birriin biiliyoonni 1.7 walitti qabame
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Magaalaa Hawaasatti bara baajataa xumurametti galiin Birrii biiliyoona 2 walitti qabuuf karoorfamee Birrii biiliyoonni 1.7 walitti qabamuu ibsameera.…