Browsing Category
Biiznasii
Magaalaa fi godina Jimmaatti dhaabbilee daldalaa seeraan alaa sochoo’a turan 900 oli irratti…
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Magaalaa fi godina Jimmaatti dhaabbilee daldalaa seeraan alaa sochoo’a turan 900 oli irratti tarkanfiin fudhatamuu ibsameera.
Magaalaa…
Torbee lamaan darbanitti naannoo Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa kuma 14 irratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Torbee lamaan darbanitti naannoo Oromiyaatti dhaabbilee Daldalaa Kuma 82 fi 500 sakattoon irratti taasiifame keessaa kuma 14 irratti tarkaanfiin…
Baankoonni hammii qusannoo quqlqulluu walitti qaban of eeggannoof Baankii Biyyaalessaa kaa’uuf…
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) – Fulbaana 1, 2021 eegalee Baankoonni hamma qusannoo quqlqulluu walitti qaban of eeggannoo Baankii Biyyaalessaa kaa’uuf dirqaman % 5 ture gara % 10 akka ol…
Bara baajatichaa meeshaaleen kontiroobaandii birrii biiliyoona 3.6 olitti tilmaamamu to’atame –…
Finfinnee, Hagayya 25, 2013 (FBC) - Bara baajataa 2013 meeshaaleen kontiroobaandii Birrii biiliyoona 3.6 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiise.
…
Oomishni Ashaboo waggoottaan 5 dhufaniif ga’u jiraachuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Kuufamni Oomisha Ashaboo Ummata Ityoophiyaa waggoottaan 5 dhufaniif ga’u Afdheeraa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiise.…
Abbaan Taayitichaa galii Birrii biiliyoona 1.3 ol walitti qabe
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’aa magaalaa Finfinnee bara baajata xumurameetti galii Birrii biiliyoona 1.3 ol walitti qabuu beeksiseera.
Galiichi…
Kuufamni Sibiilaa hedduun to’atame
Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqqii Qaallittii aanaa 7tti feerrowwan tajaajila ijaarsaaf ooluu qabu hedduun seeran ala kuufamee ture qabamuu…
Bara baajatichaatti albuuda dhagaawwanii fi albuudarra galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi…
Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Bara baajatichaatti albuuda dhagaawwanii fi albuudarra galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 6 fi miiliyoonni 82 argamu Ministeerri Albuudaa fi…
Oromiyaa fi magaalaa Finfinneetti koreen waloo tasgabbii gabaarratti hojjetu hundaa’e
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaa fi magaalaa Finfinneetti koreen waloo shiraa fi seera maleessuummaa diinagdeerratti muul’atu hordofuu fi Ittisu hundaa’uu ibsameera.…
Agarsiifnii fi Baazaariin Daldalaa Waldaa Misooma Sidaamaa eegalame
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Agarsiifnii fi Baazaariin Daldalaa jalqabaa Waldaa Misooma Sidaamaa magaalaa Hawaasaatti eegalameera.
Agarsiifnii fi Baazaariin Daldalaa kun…