Browsing Category
Biiznasii
Sibiilli seeraan ala kuufamee argame gabaaf akka dhiyaatu murtaa’e
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) - Sibiilli seeraan ala iddoolee garaagaraatti kuufamee argame karaa seera qabeessan gabaaf akka dhiyaatu murtaa’uu ibsameera.
Sibiiloonni…
Komishinichii fi Ministeerri Albuudaa fi Boba’aa waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolsii Federaalaa fi Ministeerri Albuudaa fi Boba’aa dhimmoota waliin hojjechuuf isaan dandeessisurratti marii gaggeessaniiru.…
Mootummaan tarkaanfii qaalayinsa gabaa tasgabbeessuuf fudhataa jiru cimsee akka itti fufu…
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Mootummaan tarkaanfii qaalayinsa gabaa tasgabbeessuuf fudhataa jiru cimsee akka itti fufu gaafataniiru.
Hordoffii fi to’annoon haala qaalayinsa…
Zayinni nyaata leetirri miiliyoonni 53.9 raabsaaf qophaa’e
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Zayinni nyaata leetirri miiliyoonni 53.9 raabsaaf qophii ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Insaastirii beeksiseera.
Ministeerichi dhimma waqtaawaa…
Baatii Adoolessaa Daldala Alaarraa galiin Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni 329 argame
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Baatii Adoolessaa Daldala Alaarraa galiin Doolaarri Ameerikaamiiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 29 ol argamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii…
Rakkoon qaala’iinsa gatii nam tolchee fi shira diinagdeen kan xaxameedha – Aadde Caaltuu…
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Jilli Koree Tasgabbii Gabaa Oromiyaa Aadde Caaltuu Saaniin durfamuu Hojiilee Tasgabbii Gabaa akka Magaalaa Adaamaatti hojjetamaa jiru…
Shirri diinagdeerratti taasifamaa jiru qaama waraanaa Ityoophiyaa diiguuti jedhame
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Shirri diinagdeerratti taasiifamaa jiru qaama waraanaa Ityoophiyaa diiguuf xaxamaa jiru keessaa tokko ta’uu ibsame.
Jiijjiirama aarsaa…
Naannoon Oromiyaa bara baajata 2013tti warqee kiiloo giraama kuma 4 ol Baankii Biyyoolessaaf…
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Naannoon Oromiyaa bara baajata 2013tti warqee kiiloo giraama kuma 4 ol Baankii Biyyoolessaaf dhiyeessuu Taayitaa Misooma Albuudaa Oromiyaa beeksiseera.…
Oromiyaatti daldaltoota daballii gatii seeraan alaa taasiisanirratti tarkaanfiin fudhatamaa jira
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti daldaltoota daballii gatii seeraan alaa taasiisanirratti tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuu Itti aantuun Preezdaantii fi Qindeessituun…
Iddoolee Warqeen ba’uutti damee Baankii Daldalaa banuuf waliigalteerra ga’ame
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Daldala Oomisha Warqee saaphana seeraatti fiduuf hojiileen sirreeffamaa hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba'aa…